Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Haleellaa US booda viidiyoon ibidda kibba Iraanitti ka'e mul'ise

  2. Battala US Iraaniin haleeltu

  3. Ertiraan haasaa MM Abiy tibbana Paarlamaa irratti dubbataniif deebii kennite

  4. Qabxiilee ijoo

  5. US dooniiwwan Hormuuz keessatti rukutamuu booda Iraan haleelte

  6. Mormii fi haaloo- Iraan gaggeessaa Kaameenii irratti Ameerikaa fi addunyaaf ergaa akkamii dabarsite?

  7. Bulchiinsi haaraan Iraan kan amma dura turerraa akkamiin adda ta'a?

  8. Itoophiyaan itti makamuuf kan jirtu Baankiin BRICS 'Niiw Develoopment Baank' maali?

  9. Mojtabaa Kaameenii awwaalcha abbaasaarratti maaliif hin argamne?

  10. Tigraayitti 'kanneen humnaan waraanatti guuraman umrii 18 gadi'- Komishinii Mirga Namoomaa

  11. Yukireen wiirtuu boba'aa guddicha fi buufata humna galaanaa Raashiyaa haleelte

  12. Tiraamp bo'icha sirna awwaalchaa Kameeniirratti yaada falmisiisaa kenne

  13. Hundeeffama waggaa 250ffaa US irratti Tiraamp qeeqame

  14. Qabeenyi Iraan uggurame eessa jira? Akkamiin deebifachuu dandeessi?

  15. Abjuu Ameerikaa waggoota 250 booda qormaata keessa jiru

  16. Waggoota 37'f Iraan bulchee haleellaa Ameerikaa fi Israa'eliin kan ajjeefame Ayaatolaah Ali Kameenii eenyu?

  17. Hogganaa Olaanaan Iraan Mojtaabaa Alii Kaameenii eenyu? Sirna awwaalchaa abbaa isaa irratti argamaa?

  18. Jiraattonni Hosaanaa maaliif saroota akka fixan ajajaman?

  19. Namooti gamoo dheericha Niiw Yoork yaabbachuun sirna naqataa raawwatan hidhaman

  20. Ameerikaa Kolaraadootti Paartii Demookiraatii bakka bu'uuf filannoo kan moote Meelaat Kiroos eenyu?