Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa caccabee hojjettoota Booying dabalatee namoonni saddet du'an

  2. Waliigalteen Iraan Netaaniyaahuuf dhiphuu siyaasaa itti taha

  3. Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan karoora isaanii, nageenya Oromiyaa fi kaan dubbatan

  4. US fi Iraan maalirratti waliigalan, maaltu hafa?

  5. Waloo Jaarsoo Waaqoo: 'Namni kun osoo Oromoo fi Oromiyaaf boowuu itti wareegame'

  6. IJOO

  7. Pireezidantiin Somaaliilaand daawwannaa hojii jalqabaan Israa'el galan

  8. Fifa'n murteessaa kubbaa miilaa Somaalii kaffaltii Waancaa Addunyaa guutuu isaa kennuufi

  9. Maqaan Tiraamp gamoo Wiirtuu Keneedii irraa akka ka'uu dhaddachi ajaje

  10. Tiraamp US fi Iraan Dilbata waliigaltee mallatteessu jedhe, Iraan yeroo irratti shakkii uumte

  11. Manni Maree Isteeta US injifannoo Adawaa yaadachuuf guyyaa ramade

  12. Ijoo

  13. Eloon Maask tiriiliyeenara addunyaa isa jalqabaa ta'e

  14. US maaliif Odola Kaarg qabeenya Iraan taaterra ijashee godhattee?

  15. 'Qe'een kiyya manca'us harka kennee Gadaa hin lakkifne'- Bu'aa ba'ii Abbaa Gadaa Goobana Hoola

  16. Sawud Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa afur 'fannistee' ajjeeste, 1600'f dhiifama goote

  17. Wixineen seeraa TPLF baase du'aan adabsiisu Tigraayitti yaaddoo uume maalidha?

  18. Haati warraa Artist Haacaaluu Hundeessaa waa'ee badhaasa 'Hachalu Award' baranaa maal jette?

  19. 'Duraanis araara labsaan ture, hamman lubbuun jiruttis araarattin amana'- Yaayyaa Bashir

  20. Baajanni manni maree ministeerotaa barana dhiyeesse waa'ee diinagdee Itoophiyaa maal akeeka?