Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Xiyyaarota waraanaa US yeroo waraanaa Iraan barbadeessite ilaalchisee gabaasni haaraan bahe

  2. 'Akka lammii tokkotti yoo ta'e malee fedhii dhuunfaa hinqabu' - Aadde Adaanech

  3. Waraanamoo araara? Wantota afur mootummaafi TPLF gidduutti uumamuu malan

  4. IJOO

  5. Sababoota namoonni akka of ajjeesan taasisaniifi mallattoolee qalbeeffachuu qabnu

  6. Tiraamp Hulaa Hormuuz banuu dabalatee Iraan waliin qabxiilee hedduu irratti wal taaneerra jedhe

  7. Gafarsi mataa keelloo 'Donaaldi Tiraamp' jedhame ijoo dubbii tahe

  8. Raayyaan Ittisa Biyyaa dhimma 'Tsimdoo' ilaalchisee hawaasa dippilomaasii Finfinnee jiruuf ibsa kennuu hime

  9. Bulchiinsi Tiraamp godaantonni Ameerikaa keessa taa'anii giriin kaardii iyyataa jiran biyyaa akkaa bahan murteesse

  10. Ji'oota sadi, Tiraamp waraana Iraan keessatti mo'amaa jiraa?

  11. Dorgommii waraana roobootii biyyoota gidduutti gaggeeffamu yaaddessaa ta'e

  12. Afaan namni hundi dubbatu- kubbaan miillaa akkamiin addunyaa jijjiire?

  13. Itoophiyaan ulaa galaanaa akka hin arganneef Masiriin marsitee qoccolaa jirti- Ministira Dhimma Alaa

  14. 'Maatiikootti ergan ajjefame itti himamuu wayya' - Lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'a eeggataa jiran

  15. Ameerikaan loltoota 5,000 ol gara Poolaanditti erguufi - Tiraamp

  16. Kuubaan Ameerikaaf yaaddoo nageenyaa biyyaalessaati jedhan Ruubiyoon

  17. IJOO

  18. Gaafa narraa fuudhan akka nama ilmoo kiyya kennetti natti dhagahame-Hamziyyaa Abdulqaadir

  19. Gamtaan Awurooppaa dhorkaa viizaa Itoophiyaarra kaa'ee ture kaase