Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Soorata Afrikaa shan saayinsiin fayyaaf gaarii ta'uu ibse kanneen beektuu?

  2. Ilmi Netaaniyaahuu yaaddoo nageenyaaf Ameerikaa irraa gara Israa'el deebifame

  3. Haleellaa Raashiyaa hordofee, meeshaleen waraanaa naannawa mana jireenyatti kuusuunYukireenitti dheekkamsa kaase

  4. 'Ashaangulliitii akka isaatti uffatte naaf kenne': intalli Fidel Kaastiroo waa'ee nama akka abbaasheetti waamuu hin barbaannee duubbatte

  5. Hojjetaan Waayit Haawus duraanii haasaa Tiraamp irratti qarshii qabsiise $172,000 akka kaffalu ajajame

  6. US michuuwwan ishee jajjaboo Baha Jiddugaleessaa irraa gargaarsa waraanaa kutuufi

  7. US boba'aa Veenzuweelaa baarmeela biiliyoona 65 to'achuuf waliigaltee raawwatte

  8. Daawwannaa 'tasaa' gara Tigraay

  9. Abbaa ijoollee qaamni saalaa irraa murame

  10. 'Finfinneef jedhee cabee hafe'

  11. Adonaay 'ambaasaaddara Irreechaa' ta'ee?

  12. Bulchaan Dagam 'WBO'n ajjeefaman'

  13. Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin banuuf haal-duree kaa'uu aangawaa olaanaan himan

  14. Waraanni Iraan ji'a jaha guute Baha Giddugaleessaa akkamiin jijjiire?

  15. Artistiin beekamaan Filisxeem Silimaan Mansuur du'aan boqote eenyudha?

  16. Barattuu maqaasheen manni kitaabaa moggaafame dubartoota keessaa qabxii kutaa 12ffaa olaanaa galmeessite

  17. 'Ambasaddaraa Irreechaa', Adonaay fi abbaa qabeenyaa ijoo dubbii ta'anirratti waan jedhame

  18. Sa'udiitti Hagayya keessa lammiileen Itoophiyaa 60 ta'an qoricha sammuu hadoochu waliin to'ataman

  19. Biyyoonni lixaa tattaaffii marii AUn Kaaba Itoophiyaatti taasisu akka tumsan ibsan

  20. Carraaqqii haaraa Qataar mariin nagaa Ameerikaa fi Iraan akka deebi'uuf taasisaa jirtu