Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Maanguddoon Roobeetti 'booksiifi dhiitichoo' daboo irraa hafan amma maalirra jiru?

  2. Poop Liyoon 'sodaa Tiraamp hin qabu' jedhan

  3. Tiraamp Ulaa Hormuuz cufuuf doorsisuun yaaddoo balaa dabala malee rakkoo jiru hin furu

  4. Atileet Misgaanaa Waaqumaa Itoophiyaarra darbee Afrikaaf seenaa haaraa hojjete

  5. Biyyoota addunyaa jaha kuufama boba'aa guddaa qaban kam fa'i?

  6. Pireezidantiin Jibuutii sagalee uummataa %97'n marsaa jahaaf filannoo mo'atan

  7. Ulaawwaan galaanaa akkuma Hormuuz addunyaaf murteessoo ta'an 5 kanneen beektuu?

  8. Iraan akkamiin waraana isheerratti banameef deebii kennuuf Ulaa Hormuuz gargaaramte?

  9. Dhimmoota shan marii US fi Iraan irratti qormaata ta'uu danda'an

  10. Atakaroon Ulaa Hormuuz dooniiwwaan 800'tti dhiyaatan danqe maalirra gahe?

  11. Aangoon Taaddasee dheereffamuun "seera-qabeessa" ta'uu Waajirri Ministira Muummee BBCf ibse

  12. Ameerikaan kaayyoo waraana Iraanitti banteef galmaan ga'atteettii?

  13. TPLF MM Abiy muudama L/J Taaddasee dheeressuu morme, maal akeeka?

  14. Tiraamp ejjennoon Iraan Ulaa Hormuuz irratti agarsiisaa jirtu 'waan irratti waliigalle miti' jedhe

  15. Raashiyaa fi Yukireen Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun dhukaasa dhaabuuf waliigalan

  16. Barsiistuun daandiirratti kuduraafi muduraa gurguraa turan eessa gahan?

  17. Torbee 'Dhukkubbii' amantoonni Ortodoksii sagadaafi gad-ofqabuun itti dabarsan

  18. Dhukaasa dhaabuun Iraaniif hiika maalii qabaata, itti aanee maaltu ta'a?