Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ameerikaan ajjeechaa Arsiitti raawwatame balaaleffatte

  2. Filannoo walakkeessaa US: Maal argamsiisa, maal hanqisa? Gaafilee ijoo 7fi deebii

  3. Haleellaa diroonii Tigraay magaalaa Raamatti raawwateen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjeefaman

  4. Somaalilaand lammii Itoophiyaa hidhaa waggaa 28 booda akkamiin gadhiiste?

  5. Qondaalonni Keeniyaafi Somaaliyaa walitti bu'iinsa Mooyyaleerratti waamicha taasisan

  6. Walitti bu'iinsa Moyyaalee hordofee, Somaliland fi Puuntlaand keessatti maaltu adeemaa jira?

  7. Himanni Sudaan irra deebiin Itoophiyaa irratti dhiyeesite fi ofirraa ittisuuf dhaadatte maali?

  8. Maatiin daa'ima fayyaa dhukkubsataa fakkeessanii ittiin kadhachaa turan akkamin saaxilaman?

  9. Miidiyaan hawaasummaa akkamiin dirree lolaa walitti bu'iinsa Mooyyalee ta'e

  10. Raashiyaan Itoophiyaafi Ertiraa gidduu jaarsa araaraa ta'uu dandeessii?

  11. Bu'aan sagalee filannoo Israa'el maal agarsiisa? Netaaniyaahun ni mo'atuu?

  12. Jeettiiwwan waraanaa Su-35 Itoophiyaan Raashiyaarraa fudhatte kan akkamiiti?

  13. 'Beenyaa waanan sii kaffaleef natti heerumuu qabda' - eebbishee guyyaan lama yeroo hafu haala suukaneessan ajjeefamte'

  14. Ka'umsi rakkoo Mooyyaalee maali, mootummaan Itoophiyaa maaliif callise?

  15. Loltoonni Somaaliyaa 200 ol Itoophiyaa keessatti 'hidhamanii turan' biyyatti deebi'an

  16. 'Bilbileeraaf' - Jeneraalli beekamaan TPLF tibbana harka kennate eenyu?

  17. Itoophiyaa dabalatee warshaaleen warqii biyyoonni Afrikaa ijaaraa jiran ardicha hirkattummaa jalaa baasaa?

  18. Haleellaa aanaa Shirkaatti 'daa'imman dabalatee namoota 40 ol galaafate' hanga ammaa kan beeknu

  19. IJOO

  20. "Meeshaan waraanaa biyya tokkoof gahu karaa Mitsuwaan TPLFfiif dhiyaate" to'atameera - Fiild Maarshaal Biraanuu