Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp waliigaltee Gaazaa yoo jaju, Haamaasii fi Israa'el akka hin gufanne yaadda'an

  2. Hidhamtoota Itoophiyaa Sawudiitti du'a eeggatan sagalee isaanii dhageessisuuf BBCtti bilbilatan

  3. Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu Ameerikaan keessatti hirmaachuu feetu

  4. Odeeffannoon fayyaa US Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa kaanirraa barbaaddu maali? Birmadummaa miidhaa?

  5. Iraan nagaa buusuurra lolli daangeffamaa US walii gootu maaliif ishee fayyada?

  6. Waayee qormaata Ameerikaan hakiimota qoruun biyyasheetti fudhattuu (USMLE) waan beekuu qabdan

  7. Shakkamtootni Finfinneetti Qiddusaan Yirgaalam ukkaamsuun ajjeesan, yakkicha raawwachuu amanuu poolisiin ibse

  8. Gorsaan Tiraamp mariin Kaayirootti taasisan ''farra Itoophiyaa'' miti jedhan

  9. Sa'uudiin waraana US-Iraan irratti hirmaachuu fi dhiisuu gidduutti danqamte

  10. Ijoo

  11. Warseessa waggoota 40 as Itoophiyaa keessa jiraachuunsaa mirkanaan hin beekamne

  12. Ijoolleen Itoophiyaa 20 akkamiin Siwiidinitti miliqanii hafan?

  13. Ijoo

  14. 'Lammiileen Itoophiyaa fi Keeniyaa gowwoomfamanii Eeshiyaa cehan networkii yakkaa keessatti dararamaa jiru' -IOM

  15. 'Bishaan nurraa kuttan' jechuun nu dararu- Baqattoonni Masirii jiran namni Itoophiyaa ajjeefamuu himu

  16. Sa'udin dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan du'aan adabde

  17. US hanqinni meeshaalee waraanaa mudannaan Iraan haleeluu dhaabdee?

  18. Dubartoonni Itoophiyaa %55 haadha warraa reebuuf sababii 'gahaan' jira jedhanii amanu

  19. Ijoo

  20. Qubattonni Israa'el Weest Baankitti masjiida, lafa qonnaafi konkolaataawwan guban