Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Afaan namni hundi dubbatu- kubbaan miillaa akkamiin addunyaa jijjiire?

  2. Itoophiyaan ulaa galaanaa akka hin arganneef Masiriin marsitee qoccolaa jirti- Ministira Dhimma Alaa

  3. 'Maatiikootti ergan ajjefame itti himamuu wayya' - Lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'a eeggataa jiran

  4. Ameerikaan loltoota 5,000 ol gara Poolaanditti erguufi - Tiraamp

  5. IJOO

  6. Gaafa narraa fuudhan akka nama ilmoo kiyya kennetti natti dhagahame-Hamziyyaa Abdulqaadir

  7. Gamtaan Awurooppaa dhorkaa viizaa Itoophiyaarra kaa'ee ture kaase

  8. Gareen 'warreen fonqolcha mootummaan aangoo qabatan baasnee Maqalee galla' jedhu eenyu?

  9. Tiraamp gaaffii biyyoota Galoo-galaanaan haleellaa Iraan haaraa yeroof haquu hime

  10. Xiyyaara J-10C: Xiyyaara waraanaa Chaayinaa balaa guddaa qaqqabsiisu

  11. IJOO

  12. Waliigaltee Masirii fi Eertiraan dhimma Galaana Diimaa irratti walii mallatteessan maal qabata?

  13. Tiraamp yeroon 'gahaa jira' jechuun Iraaniin akeekkachiisan

  14. Ameerikaatti jeettiiwwan waraanaa agarsiisarra turan lama walitti bu'an

  15. Dirooniiwwan Hezboollaa humna ittisaa Israa'eliif qormaata ta'aa jiran

  16. MM Abiy waa'ee warshaa xaa'oo Itoophiyaafi biiliyeenarri Afrikaa Aliikoo Daangootee ijaarsisaa jiranii maal jedhan?

  17. Addunyaan maallaqa Chaayinaa yuwaaniin daldaluutti ce'uufi?

  18. Biyyoota Arabaa kamfaatu Israa'el waliin michummaa gaarii qaba?

  19. Mariin Biyyaalessaa kan gaggeeffamaa jiruuf yeroo aangoo gaggeessaa biyyaa 'daangessuufi'- MM Abiy

  20. Sa'udi Arabiyaan maaliif iccitiin Iraan haleelte?