Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Walitti bu'insa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraay gidduutti mudateen yaadda'eera- Aminastii Internaashinaal

  2. Iraan Ameerikaa harka micciiruuf dhiibbaa ishee akkamiin babal'isaa jirti?

  3. Heerri Itoophiyaa amma jiru adeemsa maalii keessa darbee qophaa'e? Heerota turan irraa maaltu adda godha?

  4. Iraan isa Tiraamp 'waliin mariyachaa jirra' jedhe dhugaa miti jette

  5. Walitti bu'insi humna waraanaa Itoophiyaa fi humnoota Tigiraay maalirra gahe?

  6. Yugaandaan obboleessa MM Israa'el magaalaa Entebeetti ajjeefameef siidaa dhaabde

  7. Karoorri haaraa WhatsAappii maqaa barbaadaniin fayyadamuuf qopheesse maaliif Somaaliyaa yaadesse?

  8. Tiraamp karoora Iraan haleeluu haqe, ''hatattamaan waliigalteerra ga'uu'' akka fedhu ibse

  9. Dargaggoon dallaalonni Sawudii si geessina jechuun Birrii 500,000 irraa fudhatan lubbuu isaa balleesse

  10. Dubartoonni maal jedhu?

  11. Asab maaliif one?

  12. Raayyaan Itoophiyaafi humnoonni Tigraay dhihoo daangaa Sudaanitti walitti bu'an

  13. Lammiileen Itoophiyaa Sa'udi Arabiyaan du'aan adabde 20 gahan

  14. Tiraamp waliigaltee Gaazaa yoo jaju, Haamaasii fi Israa'el akka hin gufanne yaadda'an

  15. Hidhamtoota Itoophiyaa Sawudiitti du'a eeggatan sagalee isaanii dhageessisuuf BBCtti bilbilatan

  16. Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu Ameerikaan keessatti hirmaachuu feetu

  17. Odeeffannoon fayyaa US Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa kaanirraa barbaaddu maali? Birmadummaa miidhaa?

  18. Iraan nagaa buusuurra lolli daangeffamaa US walii gootu maaliif ishee fayyada?

  19. Waayee qormaata Ameerikaan hakiimota qoruun biyyasheetti fudhattuu (USMLE) waan beekuu qabdan

  20. Dubartiin biiliyenara addunyaa tahuun dursitu Aliis Waalton eenyu?