Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IJOO

  2. Prof. Hisqeel Gabbisaa dhuguma Oromoon waa'ee gaaffii abbummaa Finfinnee kaasuu hin qabu jedhanii?

  3. Bo'oowwan galaanaa hidda dhiigaa addunyaa ta'an

  4. Marii biyyaalessaa irratti waa'ee Dirree Dhawaa waliigalteen irra ga'ame maali?

  5. Fudhatamummaan Traamp 33%tti gadi bu'e

  6. IJOO

  7. Tarkii, Sa'ud Arabiyaafi Paakistaan humna 'NATO biyyoota Musiliimaa' hundeessaa jiruu?

  8. Komishiniin Marii Biyyaalessaa komii ABIN'f deebii kenne

  9. Ajajaan duraanii ergama addaa Somaaliyaa-AMISOM hoogganaa poolisii naannoo Amaaraa ta'an

  10. Tiraamp hogganaa Kooriyaa Kaabaa deeggaruu? Karoorri haaran Tiraamp maal mul'isa?

  11. Ergamaan addaa Tiraamp Hoggana Haamaasiin wal argee Gaazaarratti dubbate

  12. Falmiin Finfinnee irratti ka'e maali?

  13. Liigiin Arabaa haleellaan Israa'el Libaanositti raawwataa jirtu irratti akeekkachiisa baase

  14. Gaaffii ABIN dhimma Finfinneerratti kaasee fi yaada qondaala mootummaa

  15. Qataar himata Iraan akka paayileetota ishee boojite gadhiiftu dhiyeessiteef deebii kennite

  16. Angar Guuteetti maaltu ta'e?

  17. Neetaniyaahuun, 'Rippaablika Islaamaa Biriiteen' jechuun UK ibse

  18. Dooniin US xiyyaara baatu baraarsaaf gara Baha Giddugalaa imaluu eegale

  19. Iraan waraana Ameerikaa waliin gaggeessitu yeroo hangamiif itti fufsiisuu dandeessi?

  20. IJOO