Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Sa'udiitti ajjeechaa garee godaantota Itoophiyaan walqabatee '100 ol to'ataman'

  2. Qondaalli waraanaa Ameerikaa aangoo gadhiise

  3. Itoophiyaatti dhibeen busaa qoricha dandamatu "haala yaaddessaa ta'een babal'ataa" dhufe -Qorannoo

  4. 'Icciitii haala fayyaafi mana Mojtaabaa Kameenii jiruu'

  5. 'Israa'el silaa baduu waan hin oolle ture'- Tiraamp balaa Iraan niwukilara hidhachuu ibsan

  6. IJOO

  7. Teeknooloojiiwwan waraanaa haaraa egeree lolaa geeddaraa jiran sagal

  8. Soorata Afrikaa shan saayinsiin fayyaaf gaarii ta'uu ibse kanneen beektuu?

  9. Ilmi Netaaniyaahuu yaaddoo nageenyaaf Ameerikaa irraa gara Israa'el deebifame

  10. 'Ashaangulliitii akka isaatti uffatte naaf kenne': intalli Fidel Kaastiroo waa'ee nama akka abbaasheetti waamuu hin barbaannee duubbatte

  11. Hojjetaan Waayit Haawus duraanii haasaa Tiraamp irratti qarshii qabsiise $172,000 akka kaffalu ajajame

  12. US michuuwwan ishee jajjaboo Baha Jiddugaleessaa irraa gargaarsa waraanaa kutuufi

  13. US boba'aa Veenzuweelaa baarmeela biiliyoona 65 to'achuuf waliigaltee raawwatte

  14. Daawwannaa 'tasaa' gara Tigraay

  15. Abbaa ijoollee qaamni saalaa irraa murame

  16. 'Finfinneef jedhee cabee hafe'

  17. Bulchaan Dagam 'WBO'n ajjeefaman'

  18. Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin banuuf haal-duree kaa'uu aangawaa olaanaan himan

  19. Waraanni Iraan ji'a jaha guute Baha Giddugaleessaa akkamiin jijjiire?

  20. Artistiin beekamaan Filisxeem Silimaan Mansuur du'aan boqote eenyudha?