Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IJOO

  2. Dhuguma daraaraan Adaa Itoophiyaa keessatti qofa biqilaa?

  3. FBI'n ragaa basaasaa Sa'udiiti jedhamee haleellaa 9/11 keessaa gahee qabaachuu agarsiisu dhokseera?

  4. Hidhamtoonni 600 hiikaman, 28 immoo dhiifama diduun hidhaatti hafan

  5. Viidiyoo bootteewwan Wallagga Lixaatti gubatan mul'isu BBC'n mirkaneesse

  6. Hammaachuu hariiroo UK fi Israa'el tibbanaa duuba maaltu jira?

  7. Taateewwan ijoo Itoophiyaa bara 2018: siyaasa, muddamaafi rakkoo nageenyaa

  8. 'Gadda baayyee ulfaataadha': Maatii Ijoolleen isaanii Sa'ud Arabiyaatti ajjeefamanii reeffi isaanii hin ergamne

  9. Wabiin gadhiifamanan "Tsimdootti makamuu danda'u" jechuun poolisiin ol iyyannaan miseensonni IHAPA osoo hin hiikamiin hafan

  10. Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa birqabaan yoo ilaalamu- Biyya kamtu Itoophiyaan dorgoma?

  11. Seenaa suuraa daa'ima tibbana miidiyaa hawaasaarratti ijoo dubbii ta'e duuba jiru

  12. IJOO

  13. Artist Ilfinash Hacaaluu biratti owwaalamte

  14. Sirni owwaalchaa Ilfinash Qannoo Hacaaluu biratti Ambootti raawwatame

  15. IJOO

  16. Obasaanjoon himannaa TPLF federaalaaf loogu jedhu waakkatan

  17. Yunivarsiitiiwwan Tigraay keessaa 'hidhattoonni' yoo bahan malee barataa hin ramadnu - Ministeera Barnootaa

  18. Ameerikatti xiyyaarri daandii balaliin ala qubachuun namoonni 5 du'an

  19. Biyyoonni Arabaa fi Islaamaa Saddeet tarkaanfii Israa'el Yerusaalemitti fudhatte balaaleffatan

  20. Ameerikaa fi Iraan naannoo Ulaa Hormuzitti dhukaasa walitti banan