Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gamtaan Afrikaa waraanni kaaba Itoophiyaatti dhalate hatattamaan akka dhaabbatu gaafate

  2. Kaaba Itoophiyaatti humnoota federaalaa fi hidhattoota Tigraay gidduutti waraanni jalqabuun himame

  3. Namichi utuu lubbuun jiruu 'du'eera' jechuun ibsa gaddaa hojjatate hidhaa bu'e

  4. Humnoonni Tigraay buufata xiyyaaraa Maqalee jiru 'to'achuu' booda balaliin haqame

  5. Humna US, AI gara SI, namoonni galma keessaa ba'uufi kaan - Qabxiilee ijoo haasaa Tiraamp

  6. Walta'iinsi hidhattoonni taasisan 'qilleensarra qofa jira' - Jen. Hayiluu Gonfaa

  7. Hidhattoonni Huutii akkamiin Saawudi Arabiyaa dhiphina keessa galchuu danda'an?

  8. 'Yaadni Masiriin Itoophiyaa ilaalchisuun kennite agarsiiftuu sammuu gita-bittaa bilchina hin qabneeti'

  9. ''Jigiidha'' - Tumsa hidhattootaafi akeeka MM Abiy irratti xiinxala Jawaar

  10. Manneen barnootaa Finfinnee keessatti birrii guddaa kaffalchiisan beektuu?

  11. "Maatiin koo lubbuun jiraachuuf dhiisuusaanii hin beeku" - maatii qabsaa'ota Ertiraa waggaa 25 oliif mana hidhaa jiranii

  12. Hidhattoonni Itoophiyaa torba mootummaa loluuf qindoomina uumuu ibsan

  13. Qabxiilee ijoo

  14. Kaleen booyyee waldhaansa baqaqsanii hodhuun namaaf galfame guyyaa 271 tajaajiluun yeroo dheeraa ta'ee galmaa'e

  15. Hidhattooti Huutii magaalaa guddoo Sa'udi Arabiyaatti misaa'ela dhukaasuu himan

  16. Amiish: Hawaasa amantoota Pirootestaantii bilbila, konkolaataafi elektiriikii hin fayyadamne

  17. Ameerikaan qoqqobbii sababa waraana Tigraayin Ertiraarra keessee turte kaaste

  18. Qabxiilee ijoo

  19. Tiraamp miidiyaalee US- CNN, MS NOW fi Politico Waayit Haawus irraa akka ittisu ibse

  20. Magaalaa guddoo Sa'uudii - Riyaad keessatti maaltu muudate?