Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dubartiin daa'ima baatii ja'aa ukaamsuun ajeeste hidhaa waggaa 25n adabamte

  2. Baqattummaa hanga abbaa qabeenyaa Biraandii Afrikaa Kurriiftuutti-Obbo Tadiyoos Ballaxaa

  3. Maqalee, Aksumi fi Maayicew guyyoota darbanii fi amma maal keessa jiru?

  4. IJOO

  5. Sa'udiin namicha ergaa Feesbuukiirratti maxxanseef du'a itti murteessiteef dhiifama akka gootu gaafatamte

  6. Humna waraanaa jabaa, ulaa galaanaa fi heeraa fooyyessuu - karoora MM Abiy itti aanan

  7. Seenaa, adeemsafi caaseffama Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Itoophiyaa

  8. Qabxiilee ijoo

  9. Biyyoonni Itoophiyaan himattu Masirii, Ertiraa fi Sudaan el-Alamiinitti maal mari'atan?

  10. Itoophiyaa fi Ertiraan mariitti akka deebi'an Ameerikaan waamicha dhiyeessite

  11. "Qaamni dhimma Itoophiyaa keessa seenu gatiisaa akka argatu shakkiin hin jiru"

  12. Dippiloomaasiin Itoophiyaafi Ertiraa waggoota 36 darban keessa eessaa ka'ee eessa gahe?

  13. Humnoonni TPLF Maqalee gadhiisanii bahuun gabaafame

  14. Muhoozii: 'Yugaandaan Itoophiyaaf deeggarsa waraanaa kennuuf qophiidha'

  15. Pirezidant Isaayyaas gara Masiriitti imaluun ibsame

  16. Beneshaangul Gumuzitti manni-barumsaa shamarranii Faaroo Homoshaa dorgommii idil-addunyaarratti sadarkaa xumuraatti ce'e

  17. Adurree gurraacha ajaa'ibaa Afrikaa qofa keessatti argamu

  18. Pirezidant Shimallis waa'ee caasaa godinaa haaraa fi himannaa dhihaaterratti maal jedhan?

  19. Gamtaan Afrikaa dhimma Itoophiyaa irratti walga'ii ariifachiisaa akka waamuuf Aministiin gaafate

  20. 'Irreecha araaraa, nagaafi jaalalaa akka ta'u hawwina' - Abbaa Gadaa Tuulamaa