Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. MM Abiy fi Ministitti Dhimma Alaa Ameerikaa marii waliin taasisaniin maal kaasan?

  2. Naqamteetti dargaggeessi maallaqa sobaa maxxansaa ture poolisiin to'atame

  3. Tiraamp viidiyoo dargaggoo qeerransaan ajjeefamee qoosuun maatii mufachiise

  4. Sa'uudiin adabbii du'aa nama Nabiyyuu Mohammad arrabserratti dabarsite kaaste- Siri Laankaa

  5. Xiinxala: Dippiloomaasiin Itoophiyaa bilchaataa moo quucaraa jira?

  6. Jeneraal Taaddasaa dabalatee qondaalonni bulchiinsa yeroo afur akkamiin TPLF harkaa miliqan?

  7. Sababni Israa'el xiyyaarri Itoophiyaa utuu hin qubatin akka ofirra deebi'u taasifteef maali?

  8. Itoophiyaan warshaa haaraa warqii qulqulleessu ijaarterraa hangam buufatti?

  9. Waraana gammoojjii Yaman keessatti gaggeeffamaa jiru addunyaaf yaaddoo ta'e

  10. Qabxiilee ijoo

  11. Poolisoonni immigireeshinii mana Ilhaan Omaar sakatta'an

  12. ''Obboloota kiyya laman dhabe" - lammiilee Itoophiyaa balaa bidiruu Jibuutiitti namoota 139 galaafaterraa hafan

  13. MM Abiy Ahmad Ministiira Muummee Israa'el Beeniyaamiin Netaaniyaahuu waliin 'dhimmoota ijoorrarratti' mariyachuu himan

  14. Somaaliyaan muddama Itoophiyaafi Ertiraa gidduutti dhalate ilaachisee ijjannoo walabaa akka qabdu ibsite

  15. Aangawoonni mootummaa federaalaa gara Tigraay imalan maal jedhan?

  16. IJOO

  17. Bidiruun Jibuutii irraa gara Yaman imalaa turte dhidhimuun namoonni 139 dhuman - UN

  18. Waliigalteewwan nagaa Afrikaa shan waraana dhaabuu hanqatan

  19. Maqalee dirqamee keessaa ba'eetti kan deebiye Obbo Getaachoo Raddaa maal jedhe?