Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. KFOn walitti bu'iinsa magaalaa Moyyaalee ilaalchisuun mootummaan federalaa "callisuu filateera" jechuun qeeqe

  2. Obaamaan yeroo duula Dimokiraatotaaf gaggeessutti Tiraampiin cimsee qeeqe

  3. Qaama kamirraayyuu walaba ta'een loogii tokko malee ijaarsa biyyaarra ture- Pirof. Masfin Ar'aayaa

  4. Sababoota ijoo shan gamoon itti jiguuf

  5. Mooyyaleetti walitti bu'iinsi itti fufe, kumaatamni Keeniyaatti buqqa'an

  6. Qabxiilee ijoo

  7. Gatiin foonii Itoophiyaa maaliif qaalii ta'e?

  8. Jiraattonni magaalota Tigraay walitti bu'iinsa mudate hordofee waan jechaa jiran

  9. Walitti bu'iinsa Moyyaaleetti mudaterratti hanga amma kan beeknu

  10. Waa'ee Saadaam Huseen wantoota ajaa'ibsiisoo shan

  11. Hayyuun Booranaa boqotan Dr Abdullaahii Shonqoloo maaliin yaadatamu?

  12. MM Abiy iddoowwan wiirtuuwwan nukilaraa itti ijaaraman sadi adda bahuu ibsan

  13. Qabxiilee ijoo

  14. TPLF akkamitti saffisaan of duuba deebi'uu danda'e? Itti aanee maaltu ta'uu danda'a?

  15. Jeneraal Taaddasa Warrada deeggarsa eenyuufi akkamiin TPLF harkaa akka miliqan dubbatan

  16. Ertiraan ergama badii ta'uurraa yoo of hin qusanne balaa hamaatu mudachuuf deema- MM Abiy

  17. Namoonni shanan bulchiinsa imaanaa Tigraayiif muudaman eenyu fa'i?

  18. Gareen hidhataa 'Tumsa of Baraaruu' ejjennoo US lola Itoophiyaa irratti kennite balaaleffate

  19. Xayyaarrii Israa'elirraa gara Ostiriyaa yaaddoo 'boombiif' Bulgaariyaatti qubate

  20. Hiriirri humnootaa jijjiiramuun waraana Kaaba Itoophiyaarratti jijjiirama akkamii fide?