Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Haleellaa humnoonni Sudaan daangaa Itoophiyaa dhiyootti raawwataniin namoonni 41 ajjeefaman

  2. Ertiraan muddama Itoophiyaa waliin itti jirtuuf UN akka gidduu seenu gafatte

  3. Guyyaa du'a isaa kan eeggatu Niidaal Hasan eenyu? Kaayyoon loltoota Ameerikaa ajjeeseef maali?

  4. UN Loltootni Ertiraa Itoophiyaa keessa seenuu irratti ibsa kenne

  5. 'Dirooniwwaan balleessaanii badan tapha waraanaa jijjiraniiru'-Jawaar Mohammad

  6. 'Biyyittii xureessuudha':Tiraamp Badhaasa Noobeelii Nagaa dhabnaan Noorwey Qeeqe

  7. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa Maqaleetti balalii jalqabuuf qophii maalii taasise?

  8. Ertiraan himata Itoophiyaan UN irratti dhiyeeffatteef deebii kennite

  9. "Waraanni dhumateera, TPLF harka kennachuun ala filannoo biraa hin qabu" - Jeneraal Saamoraa Yunuus

  10. Muudamni MM Abiy dubartootaaf kennan jijjiirama akkamii fiduu danda'a?

  11. US nama adabbiin du'aa itti murame wayita ajjeefamu kallattiin dabarsuuf

  12. Dubartiin marfee ajjeesu si'a lama waraanamte du'uu diduun waa'ee adabbii du'aa US maal hima?

  13. Paartileen mormitootaa mootummaa haaraarraa maal eegu? Dursi kamiif kennamuu qaba?

  14. Itoophiyaan dhuguma loltoota Ertiraa Tigiraay galan irratti 'haleellaa jabaa' raawwattee?

  15. Itoophiyaan xalayaa UN'f barreessiteen 'Eertiraan waan na weerarteef ofirraa ittisuun ala filannoo hin qabu' jette

  16. Miira dadhabbii hanga qaamolee seeraan to'atamuutti- Dargaggoo milaan imaluun Irreechaarratti hirmaate

  17. Diigamuu Waliigaltee Piritooriyaa, waraanni irra deebiin kaa'uufi yaaddoo inni qaxanichatti babal'achuuf qabu

  18. Muddama Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu deemaa jiruu hanga ammaa maal beekna?

  19. Loltootni Ertiraa, Tigraay galuun gara Maqaleetti socho'aa akka jiran jiraattotni himan

  20. Dubartiin daa'ima baatii ja'aa ukaamsuun ajeeste hidhaa waggaa 25n adabamte