Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. ''Yaaddoon nu fixe'' - Barattoota kutaa 12ffaa Tigraay muddaman

  2. Hirmaattonni marii biyyaalessaa kumni afur akkamiin ajandaawwan irratti marii'atu?

  3. Ijoo

  4. Waliigaltee odiitii gibiraa irraa bilisa ta'uu Tiraamp manni murtii kuffise

  5. Hogganaa Humna Addaa Sudaan (RSF) Hamdaan Dagaaloo duuti itti murame

  6. Ijoo

  7. Masuud Pezeeshkiyaan: Ispeeshaalistii waldhaansa baqaqsanii yaaluu onnee, Pirezidaantii Iraan

  8. Itoophiyaan waa'ee lammiilee Sa'udiitti duuni itti murtaa'eerratti 'mariirra' jirti

  9. Ameerikaan Iraaniin otoo haleeltuu Ulaan Hormuuz banamuu qaba jetti

  10. Ijoo

  11. Fuula uummataa duraa dhabamuun Mojtabaa Kaamenii akkamiin Iraaniif 'idaa' ta'a?

  12. Ijoo

  13. 'Gaaffii gaafachuu barbaannu yeroo hin eeyyamnetu jira' - Miseensa Parlaamaa

  14. Waa'ee weerara garaa kaasaa US keessa babal'ate waan beeknu

  15. US dhimma Ulaa Hormuuz irratti Iraan maal akka waadaa galtuuf gaafatti?

  16. Dhuguma Iraan 'karoora haaraa Tiraamp ajjeesuu' baafattee qabdii?

  17. Shamarree Yuunvarsiitii Adaamaa elektirikaal Injiineriingiin A+ 47 galmeessite- Ruut Abaatee

  18. Awwaalchi Kaameenii otoo raawwatuu US fi Iraan wal haleelan

  19. Ameerikaan xiyyaarota waraanaa F-35 Turkii hidhachiisuun maaliif Israa'el yaaddesse?

  20. Mootummaan tarkaanfii humnaa fudhatus hidhattoonni maaliif hin dhabaman?