Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Jeneraal Taaddasa Warrada deeggarsa eenyuufi akkamiin TPLF harkaa akka miliqan dubbatan

  2. Ertiraan ergama badii ta'uurraa yoo of hin qusanne balaa hamaatu mudachuuf deema- MM Abiy

  3. Namoonni shanan bulchiinsa imaanaa Tigraayiif muudaman eenyu fa'i?

  4. Gareen hidhataa 'Tumsa of Baraaruu' ejjennoo US lola Itoophiyaa irratti kennite balaaleffate

  5. Xayyaarrii Israa'elirraa gara Ostiriyaa yaaddoo 'boombiif' Bulgaariyaatti qubate

  6. Hiriirri humnootaa jijjiiramuun waraana Kaaba Itoophiyaarratti jijjiirama akkamii fide?

  7. Halleellaan diroonii hidhattoonni Finfinneetti raawwatanii ture "haleellaa shororkeessummaati" - Maarkoo Ruubiyoo

  8. IJOO

  9. Qormaanni mootummaa Imaanaa Tigyaayitti hundaa'e eeggatu maali?

  10. TPLF 'sochiin kamiyyuu gara Buufata Xiyyaaraa Maqaleetti akka hin godhamne akeekkachiise

  11. Raashiyaan muddama Itoophiyaafi Ertiraa jaarsummaan furuuf gaaffii dhiyeessite

  12. Jijjiirama mootummaa, Oro-maaraa hanga baqatummaa: Waggoota saddeettan Obbo Gadduu jijjiiramaan booda

  13. Haleellaan Huutiin Saa'udii irratti raawwataa jiru imala Umraah akkamiin jeeqa?

  14. Ertiraan waa'ee Itoophiyaa dippilomaatota biyya alaatti maal himte?

  15. Adaamaatti doktaroonni 'oppireeshinii sa'atii 8 fudhateen' dargaggoo tokkorraa dhiitoo kg 10 baasan

  16. Mootummaan federaalaa Tigraayitti 'mootummaan imaanaa' hundeeffamuu beeksise

  17. Haleellaa fi hokkora Gambeellaatti lubbuu namootaa galaafate

  18. Qabxiilee ijoo

  19. Waraana kaabaan booda hireen TPLF maal taha? Biyya ollaatti baqatuu moo of ijaaruun aangootti deebi'u?

  20. Gaaffiin Itoophiyaan Asabirratti kaastu ija seeraan akkamiin ilaalama?