Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Haleellaa Huutii walitti bu'iinsa Baha Giddugaleessaafi diinagdee addunyaarratti sodaa uume

  2. Walgahiiwwan TPLF tibbanaa waa'ee muddama siyaasaa Tigraay maal akeeku?

  3. US fi Iraan walitti dhukaasuu jabeessuun yaaddoo hammeesse

  4. Godaantonni Itoophiyaa Saawudiitti himataman murtee du'aan adabamuuf jiru- Kom.Mirgoota Namoomaa Gamtaa Afrikaa

  5. UK waraana Ameerikaa fi Iraanitti dabalamuufi?

  6. Dhalataan Itoophiyaa akkamiin Minesootatti nama Sadii ajjeesun himatame?

  7. 'Yakka maal raawwatan?': Ijoollee Iraan 120 'haleellaa UStiin' mana baruumsaa keessatti ajjeefaman

  8. Dubartii shoora giiftii duree golaa baastee waltajjii UN irra kabajaan dhaabde

  9. Cufamuu ulaa boba'aa Galaana Diimaa: Balaa tokko miidhaa hedduu

  10. Boorana Bahaatti namichi haadha fuudhuuf daa'imman ishee lama ajjeese duuti itti murtaa'e

  11. Iraan maaf Ulaa Hormuuzif balaaa hedduu keessummeessaa jirti?

  12. Andu'aalam maal weellise?

  13. Artist Andu'aalam Gosaa 'waa'ee jireenyasaa' maal weellise?

  14. Abbaan qabeenyaa restoraantii nyaata irratti goondaa firfirsuun dhiyeesse adabamuufi

  15. Kongireensii Federalawaa Oromoo fi ABO-WBO Marii Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru irratti maal jedhan?

  16. TPLF mootummaa federaalarraa of ittisuuf humnoota garaa garaa wajjin tokkummaa tolfadhe jedhe

  17. Poolisiin Federaalaa namoota yakka daddabarsa namaan godaantota 60 du'aaf saaxilan jedhe 17 to'achuu beeksise

  18. Jilli US ministaroota Masrii, Somaaliyaa fi Ertiraa waliin Kaayirootti maal mari'ate?

  19. Huutiin Yaman Sa'uud Arabiyaa irratti 'uggura galaanaa' labse

  20. Buufanni Asab akkamiin waggoota 30tti siqaniif onee hafe?