Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ertiraan haasaa MM Abiy tibbana Paarlamaa irratti dubbataniif deebii kennite

  2. Miseensoti NATO piroojektii misaayela haaraaf doolaara biil 50 ramadan

  3. Qabxiilee ijoo

  4. US dooniiwwan Hormuuz keessatti rukutamuu booda Iraan haleelte

  5. Mormii fi haaloo- Iraan gaggeessaa Kaameenii irratti Ameerikaa fi addunyaaf ergaa akkamii dabarsite?

  6. Bulchiinsi haaraan Iraan kan amma dura turerraa akkamiin adda ta'a?

  7. Itoophiyaan itti makamuuf kan jirtu Baankiin BRICS 'Niiw Develoopment Baank' maali?

  8. Mojtabaa Kaameenii awwaalcha abbaasaarratti maaliif hin argamne?

  9. Tigraayitti 'kanneen humnaan waraanatti guuraman umrii 18 gadi'- Komishinii Mirga Namoomaa

  10. Yukireen wiirtuu boba'aa guddicha fi buufata humna galaanaa Raashiyaa haleelte

  11. Tiraamp bo'icha sirna awwaalchaa Kameeniirratti yaada falmisiisaa kenne

  12. Hundeeffama waggaa 250ffaa US irratti Tiraamp qeeqame

  13. Qabeenyi Iraan uggurame eessa jira? Akkamiin deebifachuu dandeessi?

  14. Raashiyaan loltoota waraana Yukireen irratti dhabde bakka buusuuf barattootatti dachaate

  15. Abjuu Ameerikaa waggoota 250 booda qormaata keessa jiru

  16. Waggoota 37'f Iraan bulchee haleellaa Ameerikaa fi Israa'eliin kan ajjeefame Ayaatolaah Ali Kameenii eenyu?

  17. Hogganaa Olaanaan Iraan Mojtaabaa Alii Kaameenii eenyu? Sirna awwaalchaa abbaa isaa irratti argamaa?

  18. Jiraattonni Hosaanaa maaliif saroota akka fixan ajajaman?

  19. Namooti gamoo dheericha Niiw Yoork yaabbachuun sirna naqataa raawwatan hidhaman

  20. Ameerikaa Kolaraadootti Paartii Demookiraatii bakka bu'uuf filannoo kan moote Meelaat Kiroos eenyu?