Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IJOO

  2. Tiraamp Jimaata dursee qabxiilee waliigaltee US fi Iraan ifoomsuu danda'a- Vaans

  3. Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa caccabee hojjettoota Booying dabalatee namoonni saddet du'an

  4. Waliigalteen Iraan Netaaniyaahuuf dhiphuu siyaasaa itti taha

  5. Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan karoora isaanii, nageenya Oromiyaa fi kaan dubbatan

  6. US fi Iraan maalirratti waliigalan, maaltu hafa?

  7. Waloo Jaarsoo Waaqoo: 'Namni kun osoo Oromoo fi Oromiyaaf boowuu itti wareegame'

  8. IJOO

  9. Pireezidantiin Somaaliilaand daawwannaa hojii jalqabaan Israa'el galan

  10. Fifa'n murteessaa kubbaa miilaa Somaalii kaffaltii Waancaa Addunyaa guutuu isaa kennuufi

  11. Maqaan Tiraamp gamoo Wiirtuu Keneedii irraa akka ka'uu dhaddachi ajaje

  12. Tiraamp US fi Iraan Dilbata waliigaltee mallatteessu jedhe, Iraan yeroo irratti shakkii uumte

  13. Dubartoonni 'ispermii karaa miidiyaa hawaasaan arjoomamuun goyyoomfamaa jiru'

  14. Manni Maree Isteeta US injifannoo Adawaa yaadachuuf guyyaa ramade

  15. Ijoo

  16. Eloon Maask tiriiliyeenara addunyaa isa jalqabaa ta'e

  17. US maaliif Odola Kaarg qabeenya Iraan taaterra ijashee godhattee?

  18. 'Qe'een kiyya manca'us harka kennee Gadaa hin lakkifne'- Bu'aa ba'ii Abbaa Gadaa Goobana Hoola

  19. Sawud Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa afur 'fannistee' ajjeeste, 1600'f dhiifama goote

  20. Wixineen seeraa TPLF baase du'aan adabsiisu Tigraayitti yaaddoo uume maalidha?