Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp maaliif Turkiin 'Waliigaltee Abrhaam'tti akka makamtuuf dhiibbaa gochaa jiraa?

  2. IJOO

  3. Waa'ee Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa qabxiilee ijoo shan

  4. Haala fayyaa Tiraamp ilaalchisee, waanti hakima isaarraa dhaga'ame maali?

  5. US, UK fi Awustiraaliyaan diroonii bishaan jala deemu hojjechuufi

  6. Itoophiyaan filannoo gaggeessaa jirti, garuu kan filatu hunda miti

  7. Dhakaawwan dhaabbatoo Geedi'oo iccitiin duubee isaanii qoratamee hin dhumne

  8. US guddina humna waraanaa Chaayinaan yaadda'uun biyyoonni Eeshiyaa humnasaanii cimsachuun akka dura dhaabbatan gaafatte

  9. Wayita hidhattoonni ''filannoo sobaa'' jechuun gufachiisuuf dhaadatanitti poolisiin qophiin hundi xumuramuu ibse

  10. Tiraamp dhimma waliigaltee Iraanirratti gorsitootasaa waliin Waayit Haawusitti wal-gahus 'murtee dhumaa' hin ibsin hafe

  11. Aministiin mootummaan Itoophiyaa filannoo dura "miidiyaa ukkamsuurratti duula bane" jedhe akka dhaabu gaafate

  12. Mootummaa US dolaara nootii abbaa 250 fuulli Tiraamp irra jiru maxxansuuf

  13. Dirooniiwwan xixiqqoo Hezbollaa waraana Israa'el qoraa jiran

  14. IJOO

  15. Gooroosoolee Sad. 2ffaa: M/B Injinar Taakkalaa Uumaa seenaasaa jijjiiran

  16. Dhimma Finfinnee fi Oromiyaa ilaallatu irratti kantiibaan Finfinnee Aadde Adaanech maal jedhan?

  17. Waliigalteen Abirahaam Tiraamp biyyoonni akka mallatteessan barbaadan maali?

  18. Icciitii pirezidantii duraanii Iraan, Ahimaddinajaad, waraana keessa mul'ate

  19. Filannoo biyyaalessaa Itoophiyaarraa maal haa eegnu?