Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa birqabaan yoo ilaalamu- Biyya kamtu Itoophiyaan dorgoma?

  2. Seenaa suuraa daa'ima tibbana miidiyaa hawaasaarratti ijoo dubbii ta'e duuba jiru

  3. IJOO

  4. Artist Ilfinash Hacaaluu biratti owwaalamte

  5. Sirni owwaalchaa Ilfinash Qannoo Hacaaluu biratti Ambootti raawwatame

  6. IJOO

  7. Obasaanjoon himannaa TPLF federaalaaf loogu jedhu waakkatan

  8. Yunivarsiitiiwwan Tigraay keessaa 'hidhattoonni' yoo bahan malee barataa hin ramadnu - Ministeera Barnootaa

  9. Ameerikatti xiyyaarri daandii balaliin ala qubachuun namoonni 5 du'an

  10. Biyyoonni Arabaa fi Islaamaa Saddeet tarkaanfii Israa'el Yerusaalemitti fudhatte balaaleffatan

  11. Masriitti gaazexeessituu tokkoofi namoonni 11 himannaa dawaa sammuu hadoochuun du'aan adabaman

  12. Ameerikaa fi Iraan naannoo Ulaa Hormuzitti dhukaasa walitti banan

  13. Chaayinaan dhimma Abbayyaafi Galaana Diimaa irratti ejjennoo Masrii agarsiisuun Itoophiyaaf maali?

  14. Walakkaa jaarraaf aartiin qabsaa'aa kan turte Artist Ilfinash Qannoo boqotte

  15. Waa'ee misaa'eloota Kiibar shikan, kan Iraan buufataalee US ittiin haleeltuu kana beektuu?

  16. Biyyoonni Awurooppaa maaliif kuufama warqee isaanii US fi Kaanadaa keessaa baasaa jiru?

  17. Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa angawaa olaanaa US waliin maal mari'atan?

  18. Biyyoonni Gamtoomanii kaartaa Afrikaa sirriitti mul'isu raggaasise

  19. 'Lammii Itoophiyaa jalqabaa addeessarra qubattu ta'uun barbaada'

  20. 'Kaabinoonni Netaaniyaahuu Filisxeemonni Gaazaati akka buqqa'an ammas yaada dhiyeessan'