Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Lolli kaanaan mootummaan Ertiraa ni bada'

  2. 'Oromoon Itoophiyaadha, Itoophiyaan Itoophiyaarraa hin fottoqu' - MM Abiy Ahimad

  3. Waliigaltee waraanaa Sa'udi, Turkiifi Paakistaanirraa eenyutu fayyadama?

  4. 'Osoo Kiiloo 4 keessa namni hin jiru jedhamee WBO fi Faannoon hin seenan'

  5. Wallo Kibbaatti haleellaa konkolaataa irratti raawwatameen namootni shan ajjeefaman

  6. Namoota US hanqina meeshaa waraanaa qabdi jechuun odeessa baasan adamsaa jirra- Tiraamp

  7. Falmii qorannoon hormoonii atileetii Itoophiyaa Ameerikaarraa hambise kaase

  8. Mirga hiree murteeffannaa hanga fottoquutti: Keewwati 39 amma wabii moo yaaddoo Itoophiyaati?

  9. Dubartii Tigraayitti 'haala suukaneessaan ajjeefamteen' walqabatee wanti murtaa'e akkamiin jijjiirame?

  10. Abukaatoon Obbo Taayyeefi hogganoonni siyaasaa IHAAPPAA to'ataman 'shororkeessummaan' himataman

  11. Iraan Ulaa Hormuuz ilaalchisee waliigalteen Omaan waliin gootu sadarkaa dhumaarra gahuu ibsite

  12. Qindoominni Sa'udiin biyyoota ollaa waliin goote Itoophiyaaf maal akeeka?

  13. Obbo Tawoldee G/Maariyaam Daandii Indiyaa hoogganuuf muudaman

  14. Humnoota Puuntilaand fi waraana mootummaa Somaaliyaa gidduutti lolli cimaan gaggeeffame

  15. Booranatti manaajarri gandaa lammiilee Keeniyaaf waraqaa eenyummaa kenne hidhaa cimaan adabame

  16. Gorsaan Tiraamp Ertiraa waliin waan biyyoota ollaa miidhu hin mari'anne, Itoophiyaa waliin michummaa gaarii qabna jedhan

  17. Gara Ameerikaa imaluuf yaada qabduu? Itoophiyaanotatti maallaqi dabalame

  18. Walitti bu'insa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraay gidduutti mudateen yaadda'eera- Aminastii Internaashinaal

  19. Iraan Ameerikaa harka micciiruuf dhiibbaa ishee akkamiin babal'isaa jirti?

  20. Heerri Itoophiyaa amma jiru adeemsa maalii keessa darbee qophaa'e? Heerota turan irraa maaltu adda godha?