Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Wixineen seeraa TPLF baase du'aan adabsiisu Tigraayitti yaaddoo uume maalidha?

  2. Haati warraa Artist Haacaaluu Hundeessaa waa'ee badhaasa 'Hachalu Award' baranaa maal jette?

  3. 'Duraanis araara labsaan ture, hamman lubbuun jiruttis araarattin amana'- Yaayyaa Bashir

  4. Baajanni manni maree ministeerotaa barana dhiyeesse waa'ee diinagdee Itoophiyaa maal akeeka?

  5. Murteessitootni Afrikaa Waancaa Addunyaa 2026 akka taphachiisan filaman eenyu fa'i?

  6. Dirooniin galaanarraa garee balallii helikoptera waraanaa Ameerikaa kuftee baraarte

  7. Bajanni mootummaa federaalaa Itoophiyaa bara 2019 birrii tiril. 2.3 akka ta'u dhiyaate

  8. Ijoo

  9. Israa'el fi Iraan wal-haleelunsaanii Iraan wal-tajjii mariirratti cimtee akka baatu taasisaa?

  10. Haleellaan tibbana Iraan taasifte tarsiimoo waraanaa haaraa ishee mul'isinnaa?

  11. Pireezidantiin Afrikaa Kibbaa tarkaanfii godaantota seeraan alaa irratti fudhatamu himan

  12. Pirezidantiin Ertiraa ji'oota keessatti yeroo lammataaf gara Kaayiroo imale

  13. IJOO

  14. US qabeenya Iraan biyyoota Galoo Galaanaa haleellaan miidhaman dandamachiisuuf oolchuufi

  15. Hegseet guyyaa yaadannoo D Day irratti 'weerara' godaantotaatiin awurooppaa qeeqe

  16. Dargaggoo damee muuziqaa Itoophiyaatti hedduu hin beekamneen beekamuuf dhama'aa jiru

  17. Haleellaan shororkaa finxaaleyyii keessaa fi alaan Itoophiyaatti yaalame fashalaa'eera- Min. Nagaa

  18. Gareen Biyyaalessaa Iraan viizaa US argate

  19. Vilaadmiir Puutin gaaffii Zeleniskiin qaamaan wal arginee mari'anna jedheef deebii kenne

  20. US fi Iraan Galoo Galaanaa keessatti walitti dhukaasan