Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Warra Diruuz Sooriyaa keessa jiraniin loluutti ni deebina'- loltoota Beeduhinoota

  2. Sooriyaa fi Israa'el dhukaasa dhaabuuf waliigalan -Dippilomaatii US

  3. Pirezidaantiin Iraan haleellaa Israa'eliin madaa'aniiru jedhame

  4. Humnaan Iraan oomisha nikuleraa irraa dhorkuun hin danda'amu - Qondaala duraanii Mosaad

  5. Gaaffiin Hamaas 'kan fudhatama hin qabne' ta'us, mariif taa'uuf qophiidha- Israa'el

  6. Netaaniyaahuun Iraan irratti injifannoo galmeessuu himu, garuu Israa'eloota biratti amantaa argatuu laata?

  7. Gaazaatti namootni nagaa nyaata barbaada ba'an ajjeefamaniiru jedhame

  8. Ameerikaan ammallee Iraan haleeluu dandeessi-Tiraamp

  9. Wiirtuuleen niwkilaraa Iraan 'akkaan miidhamaniiru' - CIA

  10. Buufataalee nikulaara Iraan haleeluun balaan qabaatu maal fa'i?

  11. 'Tehraan bareedduu Gaazaa akka taatu hin godhiinaa': Lammiilee Iraan yaadda'an

  12. Waraanni Israa'el xiqqaafi hammayyaa'aan Iraan guddittiin lolu hanga ammaa maal galmaan geesse?

  13. Hoseen Salaamii: Dursaan garee eegdota Warraaqsa Iraan Israa'eliin ajjeefaman eenyu?

  14. Waayee haleellaa Israa'el buufataalee Nikularaa Iraan hanga ammaa maal beekna?

  15. Israa'el doktara Gaazaa tokko jalaa ijoollee sagal ajjeeste

  16. Tiraamp, Ameerikaa fi Iraan walii galtee niwukilaraarra ga'uuf ta'uu himan

  17. Tiraamp qoqqobbii Sooriyaarra kaasan, hogganaa biyyattii waliin wal arguuf

  18. Israa'el Kaataar marii Gaazaa irratti 'gama lachuun taphachuu akka dhiiftu' gaafatte

  19. Misaa'ela haara Israa'el yeroo jalqabaaf waraana Gaazaatti fayyadamte

  20. Haleellaa US mooraa baqattoota Afrikaa Yaman jiru irratti raawwatteen 68 du'an