Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Waraanni US hanaga Sambatatti Iraan irratti haleellaa rawwachuu maluuf 'qophii xumure'- Miidiyaa US

  2. Iraan qoqqobbiin irraa kaanaan waliigaltee nukilaraarra ga'uuf wantoota dhiistu akka qabdu ibsite

  3. US fi Iraan gidduutti lolli eegaluuf jedhamee sodaatamaa yeroo jirutti mari'atan

  4. 'Ummata Iraan kana booda sodaachisnee bulchuu hin dandeenyu' jechuun qondaalonni Ayaatolaatti himan

  5. Iraan humna waraanaa biyyoota Awurooppaa "shorokeessummaan" farrajuun haaloo bahuufi

  6. Haleellaa Israa'eliin Gaazatti namoonni heddu du'uu hordofee Masrii fi Kaatar ibsa baasan

  7. Netaaniyaahuun karoora Gaazaa Pirezidaanti Tiraamp irratti yaaddoo qaba

  8. Tiraamp 'Iraan mari'achuu barbaaddi, garuu dursa tarkaanfii fudhanna' jedhe, Iraan haaloo ba'uuf dhaadatte

  9. UAE fi Sa'uudiin Yaman keessatti wal dhaban

  10. Manni Maree Nageenyaa UN walgahii arifachiisan dhimma Somaaliyaa maal murteesse?

  11. Loltootni Itoophiyaa Gaazaatti bobbaafamufii?

  12. 'Israa'el erga haleellaa jalqabdee Gaazaatti namoonni 70,000 ajjeefaman'

  13. Shaakala waraanaa tokkorraa biraatti darbuu Masrii duuba maaltu jira?

  14. Israa'el qondaala olaanaa Hezboollaa Beeruut keessatti ajjeefte

  15. Walta'insi biyyoota Galaana Diimaa Itoophiyaa moggeesse shaakala waraana galaanaarraa eegale

  16. Al-Sharaa: US shororkeessaa jettee nama barbaadaa turte kabajaan Waayit Haawisutti affeerte