Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Shaakala waraanaa tokkorraa biraatti darbuu Masrii duuba maaltu jira?

  2. Hidhattoonni 'Shanee' Benishaangulitti namoota 40 ol ajjeesuu jiraattonni himan

  3. 'Akkaataa hojiirra oolmaasaa malee hawaasa keenya tajaajiluu hin mormine' -Barattoota Yunivarsiitii

  4. Masriin hammi bishaanii hidha Abbayyaarraa gadhiifamu 'wal caaluu' himatte

  5. Dargaggeessa Itoophiyaa jireenya karaa gubbaa irra ka'ee UN'tti bakka bu'aa biyyoota hedduu ta'e

  6. Ijoollee dahuun umurii gabaabsuu danda'aa? Seenaan maal hima?

  7. Magaalaa Itoophiyaa haftee Pilaastikaa to'achuun badhaasa idil-addunyaa argatte

  8. Tigraay: Qorannoon yakkaa idil-addunyaa addaan cite akka eegaluuf waamichi dhiyaate

  9. Godina Guraagetti waa'ee taatee maatii tokko keessaa namoota torba galaafatee poolisiin maal jedhe?

  10. 'Oromiyaatti dargaggoonni hedduu dirqiin leenjii loltummaatti geeffamaa jiru'- maatiifi jiraattota

  11. Komiin manneen maree dhimmoota Islaamumma barnoota Gi'iiziif dambii uffannaa irratti qaban maali?

  12. Wal dhabdeen gaggeessitoota ABO furamee tokkummaan filannootti hirmaatuu?

  13. Poolisiin daa'ima gatamee argame harma hoosisuun lubbuu baraaran badhaafaman

  14. "Osoo na ajjeesanii wayya ture": Lola Itoophiyaatti dagatamee jireenya dubartootaa balleessaa jiru

  15. ABO fi KFO'n pireezidantii Naannoo Oromiyaa wajjin maal marii'achuu barbaadu?

  16. Pirezidaantiin Tanzaaniyaa intalasheefi soddaashee ministiirota gochuun muudde

  17. "Haakaroonni' sirna viizaa elektirooniksii Somaaliyaa butuu US fi UK akeekkachiisan

  18. Himannaa Itoophiyaan tokkummaa daangaa Eertiraan 'cabsite' fi ejjennoo Asab irratti ibsiteef Eertiraan deebii kennite

  19. 'Ulaa galaanaa yoo argachuu baanne waraanni jira' jechuu pirezidantii Yugaandaafi yaaddoo Keeniyaa

  20. Jinkaatti dhukkubni hakiima dabalatee namoota galaafate vaayirasii Maarburg ta'uun barame, talaallii ykn qoricha qabaa?