Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Walta'iinsi hidhattoonni taasisan 'qilleensarra qofa jira' - Jen. Hayiluu Gonfaa

  2. 'Yaadni Masiriin Itoophiyaa ilaalchisuun kennite agarsiiftuu sammuu gita-bittaa bilchina hin qabneeti'

  3. UKn akka Sa'uudiin haleellaa ofirraa ittistuuf deeggarsa waraanaa kennitiif- MM

  4. ''Jigiidha'' - Tumsa hidhattootaafi akeeka MM Abiy irratti xiinxala Jawaar

  5. Manneen barnootaa Finfinnee keessatti birrii guddaa kaffalchiisan beektuu?

  6. Hidhattoonni Itoophiyaa torba mootummaa loluuf qindoomina uumuu ibsan

  7. Ameerikaan qoqqobbii sababa waraana Tigraayin Ertiraarra keessee turte kaaste

  8. 'Waan akkasii arginees, eegnees hin beeknu' - Qonnaan bultoota midhaan facaasan lafaa ol hin ba'in hafe

  9. ABO-WBO dhimma Gamtaa Tsimdoo fi 'Faannoo' Wallaggaa irratti maal jedhe?

  10. Isaayyaas Afawarqii waahillan qabsoo isaa waggoota 25'f mana hidhaa hamaa akkamiitti hidhe?

  11. Haleellaan Abashgee kan lubbuu namoota hedduu galaafate akkamii fi eenyun raawwatame?

  12. Obbo Taayyee maaf 'dhiifamaan' gadhiifamuu didan?

  13. Doktaroonni Oromoo maal gumaachaa jiru?

  14. Waraanni Huutii Itoophiyaa yaachisaa?

  15. Itoophiyaatti miseensonni maatii obboleessa isaanii ajjeesanii mana fincaanii buusan waggaa 11 booda to'ataman

  16. Baqattoonni Itoophiyaa waraana Huutii gidduutti danqaman birmannaa gaafatan

  17. Waggoota 25'f hidhaatti dabarsaa kan jiran angaa'onni duraanii 'Eertiraa 'Garee 15' gaaffiin isaanii maal ture?

  18. Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa ta'aa jedhameef qophiin taasifamaa jiraa? Eenyurraa maaltu eegama?

  19. 'Harka keenya galeera, ABO-WBO beektaa naan jedhe' - Maatiin Obbo Daani'el maal jedhu?

  20. Obbo Taayyee Danda'aa dhuguma sanada dhiifamaa mallatteessuu didee?