Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ameerikaan ajjeechaa Arsiitti raawwatame balaaleffatte

  2. Filannoo walakkeessaa US: Maal argamsiisa, maal hanqisa? Gaafilee ijoo 7fi deebii

  3. 'Haakaroonni' Kooriyaa Kaabaa karaa intarneetii dolaara biliyeena 6.3 saamuun shakkaman

  4. Haleellaa diroonii Tigraay magaalaa Raamatti raawwateen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjeefaman

  5. Somaalilaand lammii Itoophiyaa hidhaa waggaa 28 booda akkamiin gadhiiste?

  6. Qondaalonni Keeniyaafi Somaaliyaa walitti bu'iinsa Mooyyaleerratti waamicha taasisan

  7. Walitti bu'iinsa Moyyaalee hordofee, Somaliland fi Puuntlaand keessatti maaltu adeemaa jira?

  8. Himanni Sudaan irra deebiin Itoophiyaa irratti dhiyeesite fi ofirraa ittisuuf dhaadatte maali?

  9. Mormitoonni 'Netaaniyaahuun bu'aa filannoo gatii dhabsiisaa jira yoo jedhan, Netaaniyaahuun paartiin Arabootaa filannoo hatan' jedha

  10. Maatiin daa'ima fayyaa dhukkubsataa fakkeessanii ittiin kadhachaa turan akkamin saaxilaman?

  11. Miidiyaan hawaasummaa akkamiin dirree lolaa walitti bu'iinsa Mooyyalee ta'e

  12. Filannoo Israa'el Netaaniyaahus ta'e morkataansaa hin mo'anne, ittaansee wantoota ta'uu malan afur

  13. Raashiyaan Itoophiyaafi Ertiraa gidduu jaarsa araaraa ta'uu dandeessii?

  14. Bu'aan sagalee filannoo Israa'el maal agarsiisa? Netaaniyaahun ni mo'atuu?

  15. Jeettiiwwan waraanaa Su-35 Itoophiyaan Raashiyaarraa fudhatte kan akkamiiti?

  16. 'Beenyaa waanan sii kaffaleef natti heerumuu qabda' - eebbishee guyyaan lama yeroo hafu haala suukaneessan ajjeefamte'

  17. Ka'umsi rakkoo Mooyyaalee maali, mootummaan Itoophiyaa maaliif callise?

  18. Loltoonni Somaaliyaa 200 ol Itoophiyaa keessatti 'hidhamanii turan' biyyatti deebi'an