Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Bilbileeraaf' - Jeneraalli beekamaan TPLF tibbana harka kennate eenyu?

  2. Gaadii Ayizankoot: Qondaalli waraanaa buleessi filannoo Israa'eliin Netaaniyaahuu kokkee qabaa jiru eenyu?

  3. Biyyoonni miseensa Waliigaltee Makkaa akkaataa Sa'udii gargaaranirratti aanga'oota Iraan waliin mari'atan

  4. Bulchiinsa Doonaald Tiraamp jalatti Dinadgeen Ameerikaa akkam jira?

  5. Itoophiyaa dabalatee warshaaleen warqii biyyoonni Afrikaa ijaaraa jiran ardicha hirkattummaa jalaa baasaa?

  6. Haleellaa aanaa Shirkaatti 'daa'imman dabalatee namoota 40 ol galaafate' hanga ammaa kan beeknu

  7. IJOO

  8. "Meeshaan waraanaa biyya tokkoof gahu karaa Mitsuwaan TPLFfiif dhiyaate" to'atameera - Fiild Maarshaal Biraanuu

  9. Israa'el filannoo torbee dhufuun gaggeessaashee jijjiiruu dandeessi, imaammata Iraanirratti qabdu garuu hin jijjiirtu

  10. KFOn walitti bu'iinsa magaalaa Moyyaalee ilaalchisuun mootummaan federalaa "callisuu filateera" jechuun qeeqe

  11. Obaamaan yeroo duula Dimokiraatotaaf gaggeessutti Tiraampiin cimsee qeeqe

  12. Qaama kamirraayyuu walaba ta'een loogii tokko malee ijaarsa biyyaarra ture- Pirof. Masfin Ar'aayaa

  13. Sababoota ijoo shan gamoon itti jiguuf

  14. Mooyyaleetti walitti bu'iinsi itti fufe, kumaatamni Keeniyaatti buqqa'an

  15. Qabxiilee ijoo

  16. Gatiin foonii Itoophiyaa maaliif qaalii ta'e?

  17. Jiraattonni magaalota Tigraay walitti bu'iinsa mudate hordofee waan jechaa jiran

  18. Waldhibdeen 'ilma tokkoof anatu abbaadha' jechuun namoota lama gidduutti dhalatee lubbuu torba galaafate murtii argate

  19. Walitti bu'iinsa Moyyaaleetti mudaterratti hanga amma kan beeknu

  20. Waa'ee Saadaam Huseen wantoota ajaa'ibsiisoo shan