Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ijoo

  2. Dhiironni maqaa haadha isaaniin waamaman maaliif ijoo dubbii ta'an?

  3. Masuud Pezeeshkiyaan: Ispeeshaalistii waldhaansa baqaqsanii yaaluu onnee, Pirezidaantii Iraan

  4. Itoophiyaan waa'ee lammiilee Sa'udiitti duuni itti murtaa'eerratti 'mariirra' jirti

  5. Ameerikaan Iraaniin otoo haleeltuu Ulaan Hormuuz banamuu qaba jetti

  6. Ijoo

  7. Fuula uummataa duraa dhabamuun Mojtabaa Kaamenii akkamiin Iraaniif 'idaa' ta'a?

  8. Ijoo

  9. 'Gaaffii gaafachuu barbaannu yeroo hin eeyyamnetu jira' - Miseensa Parlaamaa

  10. Waa'ee weerara garaa kaasaa US keessa babal'ate waan beeknu

  11. US dhimma Ulaa Hormuuz irratti Iraan maal akka waadaa galtuuf gaafatti?

  12. Dhuguma Iraan 'karoora haaraa Tiraamp ajjeesuu' baafattee qabdii?

  13. Shamarree Yuunvarsiitii Adaamaa elektirikaal Injiineriingiin A+ 47 galmeessite- Ruut Abaatee

  14. Ingilaanditti Muhaammad maqaa daa'imman dhiiraa baay'inaan moggaafame tahe

  15. Awwaalchi Kaameenii otoo raawwatuu US fi Iraan wal haleelan

  16. Ameerikaan xiyyaarota waraanaa F-35 Turkii hidhachiisuun maaliif Israa'el yaaddesse?

  17. Mootummaan tarkaanfii humnaa fudhatus hidhattoonni maaliif hin dhabaman?

  18. Waancaa Addunyaa 2026: Dhuguma Arjantiinaaf addatti loogiin taasifamaa jiraa?

  19. Waa'ee yaalii ajjeechaa Phaaphaasota irratti raawwatamee maal beekna?

  20. Tiraamp ammas Iraan haleeluuf yoo dhaadatu, Iraan deebii kennuuf qophii jette