Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp Hulaa Hormuuz banuu dabalatee Iraan waliin qabxiilee hedduu irratti wal taaneerra jedhe

  2. Gafarsi mataa keelloo 'Donaaldi Tiraamp' jedhame ijoo dubbii tahe

  3. Raayyaan Ittisa Biyyaa dhimma 'Tsimdoo' ilaalchisee hawaasa dippilomaasii Finfinnee jiruuf ibsa kennuu hime

  4. Bulchiinsi Tiraamp godaantonni Ameerikaa keessa taa'anii giriin kaardii iyyataa jiran biyyaa akkaa bahan murteesse

  5. Ji'oota sadi, Tiraamp waraana Iraan keessatti mo'amaa jiraa?

  6. Dorgommii waraana roobootii biyyoota gidduutti gaggeeffamu yaaddessaa ta'e

  7. Afaan namni hundi dubbatu- kubbaan miillaa akkamiin addunyaa jijjiire?

  8. Waa'ee vaayirasii balaafamaa Iboolaa wantoota ijoo beekuu qabnu

  9. Itoophiyaan ulaa galaanaa akka hin arganneef Masiriin marsitee qoccolaa jirti- Ministira Dhimma Alaa

  10. 'Maatiikootti ergan ajjefame itti himamuu wayya' - Lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'a eeggataa jiran

  11. Ameerikaan loltoota 5,000 ol gara Poolaanditti erguufi - Tiraamp

  12. Kuubaan Ameerikaaf yaaddoo nageenyaa biyyaalessaati jedhan Ruubiyoon

  13. Umrii malee 'jaarsatti' heerumuu hanga Giiftii Duree biyyaa tahuutti

  14. IJOO

  15. Shamarreen 'qaama saalaa lamaa fi kalee tokko' qabdu waan ishee mudate ifatti dubbatte

  16. Gaafa narraa fuudhan akka nama ilmoo kiyya kennetti natti dhagahame-Hamziyyaa Abdulqaadir

  17. Gamtaan Awurooppaa dhorkaa viizaa Itoophiyaarra kaa'ee ture kaase

  18. Gareen 'warreen fonqolcha mootummaan aangoo qabatan baasnee Maqalee galla' jedhu eenyu?

  19. Tiraamp gaaffii biyyoota Galoo-galaanaan haleellaa Iraan haaraa yeroof haquu hime