Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Hogganaa Humna Addaa Sudaan (RSF) Hamdaan Dagaaloo duuti itti murame

  2. Ijoo

  3. Dhiironni maqaa haadha isaaniin waamaman maaliif ijoo dubbii ta'an?

  4. Masuud Pezeeshkiyaan: Ispeeshaalistii waldhaansa baqaqsanii yaaluu onnee, Pirezidaantii Iraan

  5. Itoophiyaan waa'ee lammiilee Sa'udiitti duuni itti murtaa'eerratti 'mariirra' jirti

  6. Ameerikaan Iraaniin otoo haleeltuu Ulaan Hormuuz banamuu qaba jetti

  7. Ijoo

  8. Fuula uummataa duraa dhabamuun Mojtabaa Kaamenii akkamiin Iraaniif 'idaa' ta'a?

  9. Ijoo

  10. 'Gaaffii gaafachuu barbaannu yeroo hin eeyyamnetu jira' - Miseensa Parlaamaa

  11. Waa'ee weerara garaa kaasaa US keessa babal'ate waan beeknu

  12. US dhimma Ulaa Hormuuz irratti Iraan maal akka waadaa galtuuf gaafatti?

  13. Dhuguma Iraan 'karoora haaraa Tiraamp ajjeesuu' baafattee qabdii?

  14. Shamarree Yuunvarsiitii Adaamaa elektirikaal Injiineriingiin A+ 47 galmeessite- Ruut Abaatee

  15. Ingilaanditti Muhaammad maqaa daa'imman dhiiraa baay'inaan moggaafame tahe

  16. Awwaalchi Kaameenii otoo raawwatuu US fi Iraan wal haleelan

  17. Ameerikaan xiyyaarota waraanaa F-35 Turkii hidhachiisuun maaliif Israa'el yaaddesse?

  18. Mootummaan tarkaanfii humnaa fudhatus hidhattoonni maaliif hin dhabaman?

  19. Waancaa Addunyaa 2026: Dhuguma Arjantiinaaf addatti loogiin taasifamaa jiraa?

  20. Waa'ee yaalii ajjeechaa Phaaphaasota irratti raawwatamee maal beekna?