Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Simbirroon Masqalaa dhuguma tibba Masqalatti malee hin mul'atanii?

  2. Haleellaan diroonii Tigaayitti raawwatame akka qoratamu HRW gaafate

  3. Tigraayitti interneetiifi bilbilli 'ajaja TPLF'n addaan cite', maaliif?

  4. Saayintistoonni yeroo jalqabaaf Paantii dhuufuu safaru hojjetan

  5. Humnoonni TPLF waraana kaabatti baname kanaan maal shallagatan?

  6. Tigraay keessatti tajaajilli bilbilaa fi interneetii adda cite

  7. 'Oromoon wal malee fira akka hin qabne arginee jirra'- Obbo Baqqalaa Nagaa

  8. Waggoota 30 darban walta'iinsi ijoon dhaabbileen siyaasaa hundeessan maalirra gahan?

  9. Dubartoonni gameeyyiin UN hoogganuuf dorgomaa jiran eenyufaadha?

  10. L/Jeneraal Taaddesee Waradee Kamisa waaree booda mana isaaniitii fudhatamuu maatiin himan

  11. 'TPLF abidda ofii qabsiiseen gubate' -Ajajaa Iizii Kaaba-bahaa L/Jenraal Asaffaa Chekkol

  12. Halkan darbe naannoo mana jireenyaa L/Jeneraal Taaddeseetti maaltu dhalate?

  13. Itoophiyaan qaamolee alaa 'tasgabbii koo jeequuf yaalan' jette UN irratti himatte

  14. 'Tumsi nuti tolchine adeemsa, tokko taatan jechuun dogoggora'-ABO-WBO

  15. Waa'ee daawwannaa pirezidaantii Chaayinaa hanga ammaatti waan beeknu

  16. Ijoo

  17. US qoqqobbii Ertiraa kaasuun hariiroo cimsuuf moo goolama Galaanaa Diimaa ittiin to'achuuf?

  18. Gamtaan Afrikaa waraanni kaaba Itoophiyaatti dhalate hatattamaan akka dhaabbatu gaafate

  19. Kaaba Itoophiyaatti humnoota federaalaa fi hidhattoota Tigraay gidduutti waraanni jalqabuun himame

  20. Namichi utuu lubbuun jiruu 'du'eera' jechuun ibsa gaddaa hojjatate hidhaa bu'e