Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Harka keenya galeera, ABO-WBO beektaa naan jedhe' - Maatiin Obbo Daani'el maal jedhu?

  2. Obbo Taayyee Danda'aa dhuguma sanada dhiifamaa mallatteessuu didee?

  3. IJOO

  4. Sababa 'yaaddoo nageenyaan' barattoonni Tigraayitti akka hin ramadamne murtaa'e

  5. WBO'n kampaaniiwwan Oromiyaa keessaa albuuda baasan akeekkachiise

  6. Atileetiin Itoophiyaa Budaapestitti seenaa hojjette badhaasa birrii miliyoona 24 mo'atte

  7. IJOO

  8. Pirezidantiin Somaalilaand waraana gaazaatti gumaachuuf qophiidha jedhan

  9. 'Itoophiyaan Iraanirraa barachuu barbaaddi' - MM Abiy Pirez. Iraaniin maal jedhan?

  10. "Akka saree hiikanii nutti gadhiisaniitti nutti dhaga'amaa jira"

  11. Wallagga Lixaa Tulluu Kaappiitti maaltu ta'e?

  12. MM Abiy Yaa'ii BRICS - Indiyaa irratti hirmaachuu cinaatti gaggeessitoota biyyoota gara garaa waliin mariyatan

  13. Haalota ajaa'ibaa biyyoonni adda addaa Bara Haaraa itti simatan

  14. Humna qilleensaa Itoophiyaa eenyutu dorgoma?

  15. Chaayinaan Masrii gargaaraa jirtii?

  16. Bootteewwan Wallaggatti gubatan waan beeknu

  17. Dhaamsa US Itoophiyaaf dabarsite

  18. Haleellaa Wallagga Lixaa Warshaa Warqee Tulluu Kaappiitti mudate hanga ammaa kan beeknu

  19. IJOO

  20. Dhuguma daraaraan Adaa Itoophiyaa keessatti qofa biqilaa?