Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Yaadni Masiriin Itoophiyaa ilaalchisuun kennite agarsiiftuu sammuu gita-bittaa bilchina hin qabneeti'

  2. ''Jigiidha'' - Tumsa hidhattootaafi akeeka MM Abiy irratti xiinxala Jawaar

  3. Manneen barnootaa Finfinnee keessatti birrii guddaa kaffalchiisan beektuu?

  4. "Maatiin koo lubbuun jiraachuuf dhiisuusaanii hin beeku" - maatii qabsaa'ota Ertiraa waggaa 25 oliif mana hidhaa jiranii

  5. Hidhattoonni Itoophiyaa torba mootummaa loluuf qindoomina uumuu ibsan

  6. Ameerikaan qoqqobbii sababa waraana Tigraayin Ertiraarra keessee turte kaaste

  7. Magaalaa guddoo Sa'uudii - Riyaad keessatti maaltu muudate?

  8. 'Waan akkasii arginees, eegnees hin beeknu' - Qonnaan bultoota midhaan facaasan lafaa ol hin ba'in hafe

  9. ABO-WBO dhimma Gamtaa Tsimdoo fi 'Faannoo' Wallaggaa irratti maal jedhe?

  10. Isaayyaas Afawarqii waahillan qabsoo isaa waggoota 25'f mana hidhaa hamaa akkamiitti hidhe?

  11. Haleellaan Abashgee kan lubbuu namoota hedduu galaafate akkamii fi eenyun raawwatame?

  12. Obbo Taayyee maaf 'dhiifamaan' gadhiifamuu didan?

  13. Doktaroonni Oromoo maal gumaachaa jiru?

  14. Paayilatii xiyyaara Iraan rukutterraa oole maal hima?

  15. Waraanni Huutii Itoophiyaa yaachisaa?

  16. Itoophiyaatti miseensonni maatii obboleessa isaanii ajjeesanii mana fincaanii buusan waggaa 11 booda to'ataman

  17. Baqattoonni Itoophiyaa waraana Huutii gidduutti danqaman birmannaa gaafatan

  18. Waggoota 25'f hidhaatti dabarsaa kan jiran angaa'onni duraanii 'Eertiraa 'Garee 15' gaaffiin isaanii maal ture?

  19. Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa ta'aa jedhameef qophiin taasifamaa jiraa? Eenyurraa maaltu eegama?

  20. IJOO