Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Hidhi [Haaromsaa] Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira - Tiraamp

  2. Somaaliilaand Israa'el irraa beekamtii argachuun booda Yeruusaalemitti embaasii banatte

  3. Tehraan waliigaltee akka mo'ichaatti beeksifattus lammiilee Iraaniif garuu waan murteessaadha

  4. Tigraayitti hojiirraa, daandii fi mana jireenyaatii waraanaaf nama guuruun yaaddoo uume

  5. Tiraamp Jimaata dursee qabxiilee waliigaltee US fi Iraan ifoomsuu danda'a- Vaans

  6. Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa caccabee hojjettoota Booying dabalatee namoonni saddet du'an

  7. Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan karoora isaanii, nageenya Oromiyaa fi kaan dubbatan

  8. US fi Iraan maalirratti waliigalan, maaltu hafa?

  9. Waloo Jaarsoo Waaqoo: 'Namni kun osoo Oromoo fi Oromiyaaf boowuu itti wareegame'

  10. IJOO

  11. Pireezidantiin Somaaliilaand daawwannaa hojii jalqabaan Israa'el galan

  12. Manni Maree Isteeta US injifannoo Adawaa yaadachuuf guyyaa ramade

  13. US maaliif Odola Kaarg qabeenya Iraan taaterra ijashee godhattee?

  14. 'Qe'een kiyya manca'us harka kennee Gadaa hin lakkifne'- Bu'aa ba'ii Abbaa Gadaa Goobana Hoola

  15. Sawud Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa afur 'fannistee' ajjeeste, 1600'f dhiifama goote

  16. Wixineen seeraa TPLF baase du'aan adabsiisu Tigraayitti yaaddoo uume maalidha?

  17. Haati warraa Artist Haacaaluu Hundeessaa waa'ee badhaasa 'Hachalu Award' baranaa maal jette?

  18. 'Duraanis araara labsaan ture, hamman lubbuun jiruttis araarattin amana'- Yaayyaa Bashir

  19. Baajanni manni maree ministeerotaa barana dhiyeesse waa'ee diinagdee Itoophiyaa maal akeeka?

  20. Bajanni mootummaa federaalaa Itoophiyaa bara 2019 birrii tiril. 2.3 akka ta'u dhiyaate