Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Gaaffiin Oromoo afaan qawweefi keettoo diinaa tahuun deebi'u kana booda abadan hin jiru' - MM Abiy

  2. Gamtaan Afrikaa Itoophiyaa, Masriifi Ertiraa gidduu muddamni hammaachuun isa yaaddessuu hime

  3. Itoophiyaan dippilomaatonni Ertiraa sa'aatii 48 keessatti akka bahan ajajuu hordofee Ertiraan deebii kennite

  4. Finfinneetti halkan waarii dho'insi dhaga'amuu jiraattonni himan

  5. Fiigicha badhaasa hanga birrii miiliyoona 1 argamsiisu dabalatee taateewwan Irreechaa ijoo

  6. Loltoonni Ertiraa daangaa Itoophiyaa seenuun lola banan jedhe mootummaan Naannoo Affaar

  7. Waa'ee xiyyaara balalii gara Israa'el irratti gufachuun Sa'uudii qubatee maal beekna?

  8. Finfinneefi naannawaasheetti diroonii balaliisuun dhorkame

  9. Waraana Allaamaaxaafi naannichatti gaggeeffameen waayee miidha qaqqabee waan beeknu

  10. Paayilatootni qilleensarratti wal reeban, tokko waraaname xiyyaarris kallattii jijjiirrate

  11. WBOn tumsa hidhattootatti dabalamuun Oromoo biratti maaf mufii uume?

  12. Guyyaa Afaan Hiikuu Idil-addunyaa: Qulqullinni Afaan Oromoo maalirratti argama?

  13. Atileet Tigist maraatoonii Barliin irratti erga miidhamtee maal keessa jirti, egeree isheef yaaddessaadhaa?

  14. 'Uummata koo yoon arge nan fayya'- Artist Kadir Martuu

  15. Namoonni madaa'anii hospitaalota Koram, Allaamaaxaa fi Shireetti yaalamaa jiran 720 ga'an- MSF

  16. Buufataalee xiyyaaraa Kombolchaa fi Laalibalaatti balaliin adda cite

  17. Waajjirri Muummee TV Tigraay Maqaleetti argamu dirooniin haleelamuu AFPn gabaase

  18. Simbirroon Masqalaa dhuguma tibba Masqalatti malee hin mul'atanii?

  19. Haleellaan diroonii Tigaayitti raawwatame akka qoratamu HRW gaafate

  20. Tigraayitti interneetiifi bilbilli 'ajaja TPLF'n addaan cite', maaliif?