Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Bootteewwan Wallaggatti gubatan waan beeknu

  2. Dhaamsa US Itoophiyaaf dabarsite

  3. Haleellaa Wallagga Lixaa Warshaa Warqee Tulluu Kaappiitti mudate hanga ammaa kan beeknu

  4. IJOO

  5. Dhuguma daraaraan Adaa Itoophiyaa keessatti qofa biqilaa?

  6. FBI'n ragaa basaasaa Sa'udiiti jedhamee haleellaa 9/11 keessaa gahee qabaachuu agarsiisu dhokseera?

  7. Hidhamtoonni 600 hiikaman, 28 immoo dhiifama diduun hidhaatti hafan

  8. Viidiyoo bootteewwan Wallagga Lixaatti gubatan mul'isu BBC'n mirkaneesse

  9. Hammaachuu hariiroo UK fi Israa'el tibbanaa duuba maaltu jira?

  10. Taateewwan ijoo Itoophiyaa bara 2018: siyaasa, muddamaafi rakkoo nageenyaa

  11. 'Gadda baayyee ulfaataadha': Maatii Ijoolleen isaanii Sa'ud Arabiyaatti ajjeefamanii reeffi isaanii hin ergamne

  12. Wabiin gadhiifamanan "Tsimdootti makamuu danda'u" jechuun poolisiin ol iyyannaan miseensonni IHAPA osoo hin hiikamiin hafan

  13. Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa birqabaan yoo ilaalamu- Biyya kamtu Itoophiyaan dorgoma?

  14. Seenaa suuraa daa'ima tibbana miidiyaa hawaasaarratti ijoo dubbii ta'e duuba jiru

  15. IJOO

  16. Artist Ilfinash Hacaaluu biratti owwaalamte

  17. Sirni owwaalchaa Ilfinash Qannoo Hacaaluu biratti Ambootti raawwatame

  18. IJOO

  19. Obasaanjoon himannaa TPLF federaalaaf loogu jedhu waakkatan

  20. Yunivarsiitiiwwan Tigraay keessaa 'hidhattoonni' yoo bahan malee barataa hin ramadnu - Ministeera Barnootaa