Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Waa'ee daawwannaa pirezidaantii Chaayinaa hanga ammaatti waan beeknu

  2. Ijoo

  3. US qoqqobbii Ertiraa kaasuun hariiroo cimsuuf moo goolama Galaanaa Diimaa ittiin to'achuuf?

  4. Gamtaan Afrikaa waraanni kaaba Itoophiyaatti dhalate hatattamaan akka dhaabbatu gaafate

  5. Kaaba Itoophiyaatti humnoota federaalaa fi hidhattoota Tigraay gidduutti waraanni jalqabuun himame

  6. Namichi utuu lubbuun jiruu 'du'eera' jechuun ibsa gaddaa hojjatate hidhaa bu'e

  7. Humnoonni Tigraay buufata xiyyaaraa Maqalee jiru 'to'achuu' booda balaliin haqame

  8. Humna US, AI gara SI, namoonni galma keessaa ba'uufi kaan - Qabxiilee ijoo haasaa Tiraamp

  9. Walta'iinsi hidhattoonni taasisan 'qilleensarra qofa jira' - Jen. Hayiluu Gonfaa

  10. Hidhattoonni Huutii akkamiin Saawudi Arabiyaa dhiphina keessa galchuu danda'an?

  11. 'Yaadni Masiriin Itoophiyaa ilaalchisuun kennite agarsiiftuu sammuu gita-bittaa bilchina hin qabneeti'

  12. ''Jigiidha'' - Tumsa hidhattootaafi akeeka MM Abiy irratti xiinxala Jawaar

  13. Manneen barnootaa Finfinnee keessatti birrii guddaa kaffalchiisan beektuu?

  14. "Maatiin koo lubbuun jiraachuuf dhiisuusaanii hin beeku" - maatii qabsaa'ota Ertiraa waggaa 25 oliif mana hidhaa jiranii

  15. Hidhattoonni Itoophiyaa torba mootummaa loluuf qindoomina uumuu ibsan

  16. Qabxiilee ijoo

  17. Kaleen booyyee waldhaansa baqaqsanii hodhuun namaaf galfame guyyaa 271 tajaajiluun yeroo dheeraa ta'ee galmaa'e

  18. Hidhattooti Huutii magaalaa guddoo Sa'udi Arabiyaatti misaa'ela dhukaasuu himan

  19. Amiish: Hawaasa amantoota Pirootestaantii bilbila, konkolaataafi elektiriikii hin fayyadamne

  20. Ameerikaan qoqqobbii sababa waraana Tigraayin Ertiraarra keessee turte kaaste