Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Qabxiilee ijoo

  2. Namoonni madaa'anii hospitaalota Koram, Allaamaaxaa fi Shireetti yaalamaa jiran 720 ga'an- MSF

  3. Buufataalee xiyyaaraa Kombolchaa fi Laalibalaatti balaliin adda cite

  4. Waajjirri Muummee TV Tigraay Maqaleetti argamu dirooniin haleelamuu AFPn gabaase

  5. Oduu ijoo

  6. Ulaa Hormuuz banuuf yaada Iraan dhiyeessite Tiraamp fudhachuu dide

  7. Simbirroon Masqalaa dhuguma tibba Masqalatti malee hin mul'atanii?

  8. Haleellaan diroonii Tigaayitti raawwatame akka qoratamu HRW gaafate

  9. Tigraayitti interneetiifi bilbilli 'ajaja TPLF'n addaan cite', maaliif?

  10. Saayintistoonni yeroo jalqabaaf Paantii dhuufuu safaru hojjetan

  11. Humnoonni TPLF waraana kaabatti baname kanaan maal shallagatan?

  12. Tigraay keessatti tajaajilli bilbilaa fi interneetii adda cite

  13. 'Oromoon wal malee fira akka hin qabne arginee jirra'- Obbo Baqqalaa Nagaa

  14. Waggoota 30 darban walta'iinsi ijoon dhaabbileen siyaasaa hundeessan maalirra gahan?

  15. Dubartoonni gameeyyiin UN hoogganuuf dorgomaa jiran eenyufaadha?

  16. L/Jeneraal Taaddesee Waradee Kamisa waaree booda mana isaaniitii fudhatamuu maatiin himan

  17. 'TPLF abidda ofii qabsiiseen gubate' -Ajajaa Iizii Kaaba-bahaa L/Jenraal Asaffaa Chekkol

  18. Halkan darbe naannoo mana jireenyaa L/Jeneraal Taaddeseetti maaltu dhalate?

  19. Itoophiyaan qaamolee alaa 'tasgabbii koo jeequuf yaalan' jette UN irratti himatte

  20. 'Tumsi nuti tolchine adeemsa, tokko taatan jechuun dogoggora'-ABO-WBO