Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Baqattummaa hanga abbaa qabeenyaa Biraandii Afrikaa Kurriiftuutti-Obbo Tadiyoos Ballaxaa

  2. Maqalee, Aksumi fi Maayicew guyyoota darbanii fi amma maal keessa jiru?

  3. IJOO

  4. Sa'udiin namicha ergaa Feesbuukiirratti maxxanseef du'a itti murteessiteef dhiifama akka gootu gaafatamte

  5. Waraanni Yaman hidhattoota Huutii ulaa Baab el-Mandab keessaa ari'uu ibse

  6. Humna waraanaa jabaa, ulaa galaanaa fi heeraa fooyyessuu - karoora MM Abiy itti aanan

  7. Biyyoonni ollaa Masiriitti ibsa waloo baasuu booda Itoophiyaan ejjennoo ibsite

  8. Seenaa, adeemsafi caaseffama Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Itoophiyaa

  9. Qabxiilee ijoo

  10. Biyyoonni Itoophiyaan himattu Masirii, Ertiraa fi Sudaan el-Alamiinitti maal mari'atan?

  11. Itoophiyaa fi Ertiraan mariitti akka deebi'an Ameerikaan waamicha dhiyeessite

  12. "Qaamni dhimma Itoophiyaa keessa seenu gatiisaa akka argatu shakkiin hin jiru"

  13. Dippiloomaasiin Itoophiyaafi Ertiraa waggoota 36 darban keessa eessaa ka'ee eessa gahe?

  14. Humnoonni TPLF Maqalee gadhiisanii bahuun gabaafame

  15. Muhoozii: 'Yugaandaan Itoophiyaaf deeggarsa waraanaa kennuuf qophiidha'

  16. Pirezidant Isaayyaas gara Masiriitti imaluun ibsame

  17. Beneshaangul Gumuzitti manni-barumsaa shamarranii Faaroo Homoshaa dorgommii idil-addunyaarratti sadarkaa xumuraatti ce'e

  18. Adurree gurraacha ajaa'ibaa Afrikaa qofa keessatti argamu

  19. Pirezidant Shimallis waa'ee caasaa godinaa haaraa fi himannaa dhihaaterratti maal jedhan?

  20. Raashiyaan meeshaa waraanaa kamiyyuu fayyadamuuf qophiidha jechuun Puutin biyyoota Lixaa akeekkachiisan