Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Xiinxala: Dippiloomaasiin Itoophiyaa bilchaataa moo quucaraa jira?

  2. Jeneraal Taaddasaa dabalatee qondaalonni bulchiinsa yeroo afur akkamiin TPLF harkaa miliqan?

  3. Sababni Israa'el xiyyaarri Itoophiyaa utuu hin qubatin akka ofirra deebi'u taasifteef maali?

  4. Itoophiyaan warshaa haaraa warqii qulqulleessu ijaarterraa hangam buufatti?

  5. Ruutoon hanqina aannanii Keeniyaa mudataa jiruuf aannan gafarsaa akka filannootti yaada dhiheessan

  6. Waraana gammoojjii Yaman keessatti gaggeeffamaa jiru addunyaaf yaaddoo ta'e

  7. Qabxiilee ijoo

  8. Poolisoonni immigireeshinii mana Ilhaan Omaar sakatta'an

  9. ''Obboloota kiyya laman dhabe" - lammiilee Itoophiyaa balaa bidiruu Jibuutiitti namoota 139 galaafaterraa hafan

  10. MM Abiy Ahmad Ministiira Muummee Israa'el Beeniyaamiin Netaaniyaahuu waliin 'dhimmoota ijoorrarratti' mariyachuu himan

  11. Somaaliyaan muddama Itoophiyaafi Ertiraa gidduutti dhalate ilaachisee ijjannoo walabaa akka qabdu ibsite

  12. Aangawoonni mootummaa federaalaa gara Tigraay imalan maal jedhan?

  13. Haleellaan daangaa Sudaan fi Masiriitti namoota 72 caalan galaafate akkamiin raawwate?

  14. IJOO

  15. Bidiruun Jibuutii irraa gara Yaman imalaa turte dhidhimuun namoonni 139 dhuman - UN

  16. Waliigalteewwan nagaa Afrikaa shan waraana dhaabuu hanqatan

  17. Maqalee dirqamee keessaa ba'eetti kan deebiye Obbo Getaachoo Raddaa maal jedhe?

  18. Haleellaa buufata xiyyaaraa Riyaad irratti gaggeeffameen namoonni 12 ajjeefamanii, 300 madaa'an

  19. Haleellaa humnoonni Sudaan daangaa Itoophiyaa dhiyootti raawwataniin namoonni 41 ajjeefaman

  20. Ertiraan muddama Itoophiyaa waliin itti jirtuuf UN akka gidduu seenu gafatte