Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. TPLF 'sochiin kamiyyuu gara Buufata Xiyyaaraa Maqaleetti akka hin godhamne akeekkachiise

  2. Tiraamp aangoo pirezidaantummaasaa fayyadamuun qoqqobbii hedduu Raashiyaa irraa kaase

  3. Raashiyaan muddama Itoophiyaafi Ertiraa jaarsummaan furuuf gaaffii dhiyeessite

  4. Jijjiirama mootummaa, Oro-maaraa hanga baqatummaa: Waggoota saddeettan Obbo Gadduu jijjiiramaan booda

  5. Haleellaan Huutiin Saa'udii irratti raawwataa jiru imala Umraah akkamiin jeeqa?

  6. Ertiraan waa'ee Itoophiyaa dippilomaatota biyya alaatti maal himte?

  7. Adaamaatti doktaroonni 'oppireeshinii sa'atii 8 fudhateen' dargaggoo tokkorraa dhiitoo kg 10 baasan

  8. Mootummaan federaalaa Tigraayitti 'mootummaan imaanaa' hundeeffamuu beeksise

  9. Haleellaa fi hokkora Gambeellaatti lubbuu namootaa galaafate

  10. Qabxiilee ijoo

  11. Waraana kaabaan booda hireen TPLF maal taha? Biyya ollaatti baqatuu moo of ijaaruun aangootti deebi'u?

  12. Gaaffiin Itoophiyaan Asabirratti kaastu ija seeraan akkamiin ilaalama?

  13. Pirezidaantiin Somaaliland Itoophiyaa deeggaruun, tumsa biyyoota Masriin durfaman qeeqan

  14. Tarkaanfii 5 Ameerikaan Waraana Kaaba Itoophiyaa ilaalchisee fudhatte

  15. 'Yeroon Itoophiyaan ulaa galaaanaa mataa ofii qabaachuu qabdu amma'- ABO

  16. MM Abiy fi Ministitti Dhimma Alaa Ameerikaa marii waliin taasisaniin maal kaasan?

  17. Naqamteetti dargaggeessi maallaqa sobaa maxxansaa ture poolisiin to'atame

  18. Tiraamp viidiyoo dargaggoo qeerransaan ajjeefamee qoosuun maatii mufachiise

  19. Sa'uudiin adabbii du'aa nama Nabiyyuu Mohammad arrabserratti dabarsite kaaste- Siri Laankaa