Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Waa'ee daawwannaa pirezidaantii Chaayinaa hanga ammaatti waan beeknu

  2. Ijoo

  3. US qoqqobbii Ertiraa kaasuun hariiroo cimsuuf moo goolama Galaanaa Diimaa ittiin to'achuuf?

  4. Gamtaan Afrikaa waraanni kaaba Itoophiyaatti dhalate hatattamaan akka dhaabbatu gaafate

  5. Kaaba Itoophiyaatti humnoota federaalaa fi hidhattoota Tigraay gidduutti waraanni jalqabuun himame

  6. Namichi utuu lubbuun jiruu 'du'eera' jechuun ibsa gaddaa hojjatate hidhaa bu'e

  7. Humnoonni Tigraay buufata xiyyaaraa Maqalee jiru 'to'achuu' booda balaliin haqame

  8. Humna US, AI gara SI, namoonni galma keessaa ba'uufi kaan - Qabxiilee ijoo haasaa Tiraamp

  9. Walta'iinsi hidhattoonni taasisan 'qilleensarra qofa jira' - Jen. Hayiluu Gonfaa

  10. Hidhattoonni Huutii akkamiin Saawudi Arabiyaa dhiphina keessa galchuu danda'an?

  11. 'Yaadni Masiriin Itoophiyaa ilaalchisuun kennite agarsiiftuu sammuu gita-bittaa bilchina hin qabneeti'

  12. UKn akka Sa'uudiin haleellaa ofirraa ittistuuf deeggarsa waraanaa kennitiif- MM

  13. ''Jigiidha'' - Tumsa hidhattootaafi akeeka MM Abiy irratti xiinxala Jawaar

  14. Manneen barnootaa Finfinnee keessatti birrii guddaa kaffalchiisan beektuu?

  15. "Maatiin koo lubbuun jiraachuuf dhiisuusaanii hin beeku" - maatii qabsaa'ota Ertiraa waggaa 25 oliif mana hidhaa jiranii

  16. Hidhattoonni Itoophiyaa torba mootummaa loluuf qindoomina uumuu ibsan

  17. Qabxiilee ijoo

  18. Kaleen booyyee waldhaansa baqaqsanii hodhuun namaaf galfame guyyaa 271 tajaajiluun yeroo dheeraa ta'ee galmaa'e

  19. Hidhattooti Huutii magaalaa guddoo Sa'udi Arabiyaatti misaa'ela dhukaasuu himan

  20. Amiish: Hawaasa amantoota Pirootestaantii bilbila, konkolaataafi elektiriikii hin fayyadamne