Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Hidhamtoonni 600 hiikaman, 28 immoo dhiifama diduun hidhaatti hafan

  2. Viidiyoo bootteewwan Wallagga Lixaatti gubatan mul'isu BBC'n mirkaneesse

  3. Ertiraan hamma maallaqa callaa namoonni qabachuu danda'an daangessite

  4. Hammaachuu hariiroo UK fi Israa'el tibbanaa duuba maaltu jira?

  5. Taateewwan ijoo Itoophiyaa bara 2018: siyaasa, muddamaafi rakkoo nageenyaa

  6. 'Gadda baayyee ulfaataadha': Maatii Ijoolleen isaanii Sa'ud Arabiyaatti ajjeefamanii reeffi isaanii hin ergamne

  7. Wabiin gadhiifamanan "Tsimdootti makamuu danda'u" jechuun poolisiin ol iyyannaan miseensonni IHAPA osoo hin hiikamiin hafan

  8. Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa birqabaan yoo ilaalamu- Biyya kamtu Itoophiyaan dorgoma?

  9. Seenaa suuraa daa'ima tibbana miidiyaa hawaasaarratti ijoo dubbii ta'e duuba jiru

  10. Artist Ilfinash Hacaaluu biratti owwaalamte

  11. Sirni owwaalchaa Ilfinash Qannoo Hacaaluu biratti Ambootti raawwatame

  12. IJOO

  13. Obasaanjoon himannaa TPLF federaalaaf loogu jedhu waakkatan

  14. Yunivarsiitiiwwan Tigraay keessaa 'hidhattoonni' yoo bahan malee barataa hin ramadnu - Ministeera Barnootaa

  15. Biyyoonni Arabaa fi Islaamaa Saddeet tarkaanfii Israa'el Yerusaalemitti fudhatte balaaleffatan

  16. Masriitti gaazexeessituu tokkoofi namoonni 11 himannaa dawaa sammuu hadoochuun du'aan adabaman

  17. Ameerikaa fi Iraan naannoo Ulaa Hormuzitti dhukaasa walitti banan

  18. Chaayinaan dhimma Abbayyaafi Galaana Diimaa irratti ejjennoo Masrii agarsiisuun Itoophiyaaf maali?

  19. Walakkaa jaarraaf aartiin qabsaa'aa kan turte Artist Ilfinash Qannoo boqotte

  20. Waa'ee misaa'eloota Kiibar shikan, kan Iraan buufataalee US ittiin haleeltuu kana beektuu?