Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa angawaa olaanaa US waliin maal mari'atan?

  2. Biyyoonni Gamtoomanii kaartaa Afrikaa sirriitti mul'isu raggaasise

  3. 'Lammii Itoophiyaa jalqabaa addeessarra qubattu ta'uun barbaada'

  4. 'Kaabinoonni Netaaniyaahuu Filisxeemonni Gaazaati akka buqqa'an ammas yaada dhiyeessan'

  5. Gaaffii maatii Eebbisaa waggaa 30'f ture

  6. Keeniyaan lammiilee alaa akeekkachiifte

  7. UN waa'ee 'El Niinoo cimaa' yemmuu akeekkachiisu biyyoonnimmoo dhiibaa qaqqabuu danda'uuf qophaa'aa jiru

  8. MM Abiy torban sadii booda ummatatti mul'atan

  9. Ameerikaan AGOA hanga 2028tti dheeressite, Itoophiyaan carraa itti deebi'uu qabdii?

  10. Ijoo

  11. Waardiyaa qabxii 12ffaa gaarii galmeessan

  12. Dargaggeessi waggaa 18 manguddoo umurii waggaa 65 gudeede hidhaa cimaan adabame

  13. Dargaggooon saamunaa waraqaa irraa hojjate maal hima?

  14. Sa'udiitti ajjeechaa garee godaantota Itoophiyaan walqabatee '100 ol to'ataman'

  15. Itoophiyaatti dhibeen busaa qoricha dandamatu "haala yaaddessaa ta'een babal'ataa" dhufe -Qorannoo

  16. 'Icciitii haala fayyaafi mana Mojtaabaa Kameenii jiruu'

  17. 'Israa'el silaa baduu waan hin oolle ture'- Tiraamp balaa Iraan niwukilara hidhachuu ibsan

  18. IJOO

  19. Teeknooloojiiwwan waraanaa haaraa egeree lolaa geeddaraa jiran sagal

  20. Soorata Afrikaa shan saayinsiin fayyaaf gaarii ta'uu ibse kanneen beektuu?