Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Xiyyaarri Itoophiyaa akkamiin kufe?

  2. Marii biyyaalessaa irratti waa'ee Finfinnee qabxiileen falmisiisoon ka'an maali?

  3. Waa'ee xiyyaara waraanaa Itoophiyaatti tibbana kufte jedhamee maal beekna?

  4. Sanadi dhiifamaa namoonni shororkeessummaan himataman akka mallatteessan dhiyaate maal of keessaa qaba?

  5. Gimbiin bu'aa bayii akkamii keessa darbee chaampiyoonaa Itoophiyaa ta'e?

  6. 'Dirooniin humnoota Tigraay ajjeese'

  7. Haleellaan diroonii 'humnoota Tigraay irratti xiyyeeffate' gaggeeffamuu maddeen ibsan

  8. Himatamtoonni dhimma isaanii mana murtiitti ilaalamaa jiru irratti miidiyaarrattii ibsa kennuu danda'uu?

  9. Jaarsummaan cidha caalee? Abaaboo birrii 500,000 jaarsummaaf ergaman

  10. Komishiniin Marii Biyyoolessaa hanga ammaa ajandaa kamirrattuu "murteen kenname hin jiru" jedhe

  11. Ertiraan walabummaa Itoophiyaa sarbuun humna waraanaa Tigiraayitti ergiteetti- Amb. Suleymaan Daddafoo

  12. Waa'ee dhukkuba Itoophiyaatti namootni qoricha aadaan of miidhaa jiran kana quba qabduu?

  13. 'Qophiin waraanaa osoo godhamaa jiruu callisuun waraanatti waliigaluudha'- Getaachoo Raddaa

  14. Seenaa wallee Soolanee

  15. 'Lolli kaanaan mootummaan Ertiraa ni bada'

  16. 'Oromoon Itoophiyaadha, Itoophiyaan Itoophiyaarraa hin fottoqu' - MM Abiy Ahimad

  17. Waliigaltee waraanaa Sa'udi, Turkiifi Paakistaanirraa eenyutu fayyadama?

  18. 'Osoo Kiiloo 4 keessa namni hin jiru jedhamee WBO fi Faannoon hin seenan'

  19. Wallo Kibbaatti haleellaa konkolaataa irratti raawwatameen namootni shan ajjeefaman

  20. Falmii qorannoon hormoonii atileetii Itoophiyaa Ameerikaarraa hambise kaase